Charterii Lammiilee BSSBGO Final

Transcription

Charterii Lammiilee BSSBGO Final
Chaarterii
Lammiilee Biiroo Siivil
Sarviisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa
Muddee 2005
Finfinnee
0
1. Seensa
Biiroon Siivil Sarvisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa tajaajiloota uummanni Naannichaa
manneen hojii Siivil Sarvisii irraa argachuu qaban fooyyessuuf meeshaaleen riifoormii gara
garaa akka hojii irra oolan taasisaa tureera. Bu’uuruma kanaan, bu’aaleen gaariin galmaa’aa
turuun isaa ni beekama. Tajaajiloota kana caalmaan bifa qindoomina qabuu fi itti fufiinsaan itti
quufinsa maamiltootaa sadarkaa olaanaan dabaluuf, Biirichi chaarterii lammiilee qopheessuun
gara hojiitti hiikuuf karoorfatee hojjechaa jira. Dokumentiin kunis sadarkaa tajaajilaa kennamu
bifa ifaa fi gabaabaa ta’een kan mul’isu ta’ee qabxiileen keessatti hammatamanis kanatti aansuun
dhiyaataniiru.
2. Kaayyoo Chaarterichaa
Biiroon Siivil Sarviisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa mul’ataa fi ergama isaa akkaataa
barbaadamuun galmaan ga’uuf lammiilee fi tajaajilamtoota isaatiif tajaajila qulqulluu, iftoomina
qabuu fi haqa qabeessa ta’e bifa ittigaafatamummaa qabuun kennuudhaaf kaayyoolee armaan
gadii qopheeffatee jira.

Lammiilee hundaaf tajaajila ga’umsaa fi bu’a qabeessa qabu kennuuf;

Mirga lammiileen odeeffannoo riifoormii, bulchiinsa gaarii fi hooggansa qabeenya humna
namaa ilaalchisee argachuuf qaban mirkanneessuuf;

Ittigaafatammumaa iftoominaan mirkaneessuuf;

Gosa tajaajilaa fi sadarkaa kenna tajaajilaa lammiileen argaachuu qaban beeksisuuf;

Lammiileen hundi kenniinsa tajaajilaa manneen hojii mootommaa irratti abbummaan itti
dhaga’amee yaada, akeekkachiisaa fi galtee akka kennan mijeessuuf;

Hojjettoota keessatti kaka’umsa uumuun lammiileef tajaajila quubsaa ta’e kennuu akka
danda’an taasisuuf;

Sagantaa fi istandardii hojii ifatti ka’uun yeroo tajaajilamtootaa qusachuun yeroo isaanii hojii
misoomaaf akka oolchan taasisuuf.
3. Daangaa Chaarterichaa
Chaarteriin kun sadarkaa Biiroo Siivil Sarvisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaatti lammiilee
tajaajilli kennamuuf irratti hundaa’ee kan qophaa’edha.
1
4. Ergama
Dandeettii raawwachiisumma ijaaruun, teknoloojii ammayyaatti fayyadamuun bulchiinsa gaarii
dhugoomsuun bu’uura sirna dimokiraasii dagaagsuu, Siivil Sarviisii olaantummaa ilaalcha
misoomawaa qabu uumuu fi guddina ariifachiisaa itti fufiinsa qabu naannicha keessatti
mirkaneessuu dandeessisu uumuu.
5. Mul’ata
Bara 2012 A.L.I tti Naannoo Oromiyaa keessatti dandeettii raawwachiisummaa cimsuun siivil
sarvisii ergama isaa ba’uu danda’u uumuun bulchiinsa gaarii dhugoomsuu.
6. Dudhaalee
 Ittigaafatamummaa
 Iftoomina
 Jijjiiramaaf qophaa’uu
 Bu’aadhaaf hojjechuu
 Gareen hojjechuu
 Guddina Teeknooloojii waliin ni tarkaanfachuu
 Hirmaachisummaa
 Tajaajiltummaa
7. Dhimmamtootaa fi Tajaajilamtoota
Maamiltoota
 Uummata/ lammiilee Naannichaa
 Hojjettoota Mootummaa
 Manneen hojii mootummaa
Dhimmamtoota
 Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa
 Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa
 Biiroo Mallaqaa fi Misooma Diinagdee Oromiyaa
 Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa
 Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’imman Oromiyaa
 Biiroo Dhimma Dargaggootaa fi Ispoortii Oromiyaa
 Ministeera Siivil Sarvisii Federaalaa
 Ministeera Quunnamtii Teknooloojii Odeeffannoo Federaalaa
 Dhaabbilee Miti-Mootummaa
 Baankii Addunyaa
 Miidiyaalee adda addaa
 Biiroolee Siivil Sarvisii Mootummaa Naannolee
2
 Yuuniversiitotaa fi Kolleejjota adda addaa fi
 Dhimmamtoota biroo
8. Qajeeltoowwan Waliigalaa Qulqullina Tajaajila Biiroo Siivil Sarvisii fi Bulchiinsa
Gaarii Oromiyaa

Tajaajila haqa qabeessaa fi doggogara irraa bilisa ta’e ni kennina;

Naamusa gaariidhaan lammiileef tajaajila ni kennina;

Duudhaalee keenya ni kabajna;

Yeroo hundaa fedhii lammiilee guutuuf ni hojjenna;

Gaaffii fi yaada lammiileef deebii atattamaa ni kennina.

Murteewwan keenyaa fi tajaajila kenninuuf ittigaafatamummaa ni fudhanna.
9. Tajaajilawwan Gurguddoo Lammiileef Kennaman

Hojiiwwan jijjiiramaa fi riifoormii naannicha keessatti gaggeffamaa jiran ni qindeessina;

Imaammata ijaarsa dandeettii hojii irra olchuu fi hojiilee ijaarsa dandeettii
gaggeeffamaniif deeggarsa ni kennina;

Hojii irra oolmaa paakeejiiwwan bulchiinsa gaarii ilaalchisee yeroo yeroodhaan qorannoo
gaggeessuudhaan raawwii bulchiinsa gaarii ni mirkaneessina;

Qabsoon ilaalchaa fi gocha kiraa-sassaabdummaa manneen hojii mootummaa keessatti
cimee akka gaggeeffamuuf sirna ifa ta’e ni diriirsina.

Naannicha keessatti gurmaa’insa, hojmaataa fi humni namaa gahumsa qabu hojii irra
akka oolu ni taasifna;

Imaammata, karooraa fi misooma human namaa Naannichaa qopheessuun hojiirra ni
oolchina;

Sirna hooggansa qabeenya humna namaa fi sirna ragaalee manneen hojii bifa
walfakkaatuun akka ijaaramu ni taasifna;

Qaxarriin, ramaddiin, guddinni sadarkaa hojjettootaa, dabalanni miindaa, jijjiirraan,
leenjii fi naamusni hojjettoota siivil sarvisii seeraa fi qajeelfama mootummaatiin akka
raawwatamu ni taasifna;

Tajaajila duub-deebii gamaaggama raawwii hooggansa qabeenya humna namaa manneen
hojiif ni kennina;
3

Gosa kaffaltii, durgoo, onnachiiftuu adda addaa fi iskeelii miindaa qorannee
dhiyeessuudhaan akka hojii irra oolu ni taasifna;

Dhimmoota bulchiinsa humna namaan walqbatanii mana murtii bulchiinsaatti dhiyaatan
qulquleessuun furmaata ni kennina;

Odeeffannoowwanii fi ragaalee Biiroo Siivil Sarvisii fi Bulchiinsa Gaarii ilaallatu
tajaajilamtootaaf ni dhiyeessina,

Ragaa istaatiksii hojjettoota mootummaa naannichaa qindeessuudhaan waggaa waggaatti
ni dhiyyeessina; manneen hojii hundaaf ni raabsina;
4
10. Chaarterii Lammiilee Biiroo Siivil Sarvisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa
Gabatee 1: Tajaajilawwan Dhaabbaticha Keessatti Kennamanii fi Istaandardii Kenna Tajaajilaa
Lak.
Gosa Tajaajilootaa
Bakka
Istaandardii Kenna Tajaajilaa
Tajaajilli
Itti Yeroo
1.
Hojiiwwan
jijjiiramaa
riifoormii
itti Dureewwan Barbaachisan
Haala
Kennamu
Tajaajila Argachuuf Haal-
kennamu
fi
naannicha
keessatti gaggeeffamaa jiran
ni qindeessina.
Meeshaalee jijjiiramaa (change Adeemsa Hojii Gosa
tools)
kan
SMBKT,
akka
JBAH, Ijoo
Raayyaa
meeshaa Workishooppii,
Ijaarsa jijjiiramichaa
Siivil Dandeetii
fi sagantaa
fi leenjii
leenjii waltajjii
fi
 Fedhii jijjiiramaa agarsiisuu
fi gaaffii dhiyeessuu
marii  Barbaachisummaa
Sarvisii, Chaarterii lammiilee Bulchinsa
irratti hundaa’uun qopheessuun
qorannoodhaan
fi kanneen biroo irratti leenjii Gaarii
guyyoota
mirkanaa’e
kennuu
keesatti
Manneen
hojii
Naannichaa
tajaajiloonni
torba
mootummaa Adeemsa Hojii Supperviizyinii
keessatti Ijoo
Ijaarsa waggaatti
kennaman Dandeetii
fi lama,
Duub-deebii,
Manneen
si’a supperviizyiniid
waltajjii haan,
waltajjii
qulqullinaan, haala ammayyaa Bulchinsa
uummataa
ji’a waliinii
fi seera qabeessaan ta’uu ni Gaarii
sadiin
waltajjii
mirkaneessina
gaggeessuun
uummataan
5
fi
hojj
isaa
yoo
tajaajila
kennan irratti istaandardii
qaban dhiyeessuu
Meeshaalee jijjiiramaa: JBAH, Adeemsa Hojii  Waltajjii maree Gabaasaan,
SMBKT,
Raayyaa
Siivil Ijoo
Ijaarsa
Sarvisii, Chaarterii lammiilee Dandeetii
fi
fi kanneen biro, manneen hojii Bulchinsa
Karoorii fi gabaasni raawwii
fi gabaasa ji’a supperviizyiniid
ji’aan,
haan,
 supperviizyinii
hunda keessatti qophaa’e akka Gaarii
waggaatti
hojii irra oolu ni taasifna;
lama
Meeshaalee jijjiiramaa maneen
waltajjii hojiin ni dhiyaata
waliinii
fi
si’a waltajjii
uummataan
gaggeessuun
Raawwii jijjiirama manneen Adeemsa Hojii Waltajii
hojii
Naannichaa Ijoo
gamaaggamuu
Maree supperviizyiniid
Ijaarsa waggaattii
Dandeetii
fi lama
Bulchinsa
hojii
Gaarii
gaggeesuun
si’a haan
Manneen Godinaalee
Manneen hojii sanada raawwii
hojii riifoormii dhiyeessuu
fi
waliin Aanaalee waliin
waltajjii maree
uumamuun
Muxannoowwan
gaggaarii Adeemsa Hojii Baay’ina
qindeessuun babal’isuu
Ijoo
Gabaasaan,
Ijaarsa qorannoo
Dandeetii
Bulchinsa
fi taasifame
Mareedhaanii fi
irratti leenjiidhaan
kan hundaa’e.
Gaarii
2
Imaammata ijaarsa dandeettii
hojii irra oolchuu fi hojiilee
ijaarsa
dandeettii
gaggeeffamaniif deeggarsa ni
6
Sagantaadhaan
kennina;
Manneen Hojii mootummaa Adeemsa Hojii Yeroo
Gorsaa fi leenjii Gaaffii
naannichaa
kennuun
keessatti
hojii Ijoo
Ijaarsa barbaachisetti
dandeettii raawwachiisummaa Dandeetii
deeggarsa
laachuudhaan
dhiyaatu
hundaa’uudhaan
fi
ni Bulchinsa
cimsina;
Gaarii
Ga’umsa
hojii
hojjettoota Adeemsa
mootummaa mirkaneessuu
Hojii Waltajjii maree fi Gabaasaan,
Odeeffannoo
gabaasa
Karoora,
ji’aan,
haan,
Misoomaa fi Itti
supperviizyinii
waliinii
Fayyadama
waggaatti
Qabeenya Namaa
lama,
Sagantaadhaan
ji’a supperviizyiniid
waltajji
fi
si’a waltajjii
waltajjii uummataan
uummataa
ji’a
sadiin
3
Hojii
irra
oolmaa
paakeejiiwwan
gaarii
bulchiinsa
ilaalchisee
yeroodhaan
yeroo
qorannoo
gaggeessuudhaan
bulchiinsa
gaarii
raawwii
ni
mirkaneessina;
Rakkoolee bulchiinsa gaarii Adeemsa Hojii  Waltajjii maree Gabaasaan,
7
Sagantaadhaan
irratti
Naannichaa qorachuun bu’aa Ijoo
argame
Ijaarsa
uummataaf Dandeetii
fi
fi gabaasaa ji’a supperviizyinid
ji’aan,
haan
 supperviizyinii
dhiyeessuun murtee itti kennuu Bulchinsa
waggaatti
Gaarii
waltajjii
waliinii
fi
si’a waltajjii
uummataan
lama,
 waltajjii
uummataa
ji’a
sadiin
Hirmaannaa uummataa hojiilee Adeemsa Hojii  Waltajjii maree Gabaasaan,
misoomaa,
diimokiraasii
bulchiinsa
gaarii
fi Ijoo
Ijaarsa
keessatti Dandeetii
mirkaneessuu
fi
fi gabaasa ji’a supperviizyinid
ji’aan,
haan,
 supperviizyinii
Bulchinsa
waggaatti
Gaarii
Sagantaadhaan
waltajjii
waliinii
fi
si’a waltajjii
uummataan
lama,
 waltajjii
uummataa
ji’a
sadiin taasisuun
4
Manneen
rakkoo
irratti
taasisuu
hojii
mootummaa Adeemsa Hojii  Waltajjii mareef Supperviizyinii
kiraa-sassaabdummaa Ijoo
akka
duulan
Ijaarsa
ta’uu Dandeetii
Bulchinsa
fi
gabaasaa
ji’a dhaan waltajjii
ji’aan,
waliinii,
suppervizyinii
waltajjii
8
Sagantaadhaan
waggaatti
Gaarii
si’a uummataan
lama,
 waltajjii
uummataa
ji’a
sadiin taasisuun
 Tarsiimoowwan
adda
addaa
qopheessuun
5
Naannicha
keessatti
gurmaa’insa,
hojmaataa
fi
humni namaa gahumsa qabu
hojii irra akka oolu ni taasifna;
Manneen
hojii
mootummaa Adeemsa
Hojii Guyyoota
Naannichaa keessatti
Ijoo

Gurmaa’insaa,


gurmaa’isna,
sadarkaa hojii fi
miindaa murteessuu
 Qorannoo barbaachisummaa
15 Gaaffii
keessatti
dhiyaatuu
fi
imaammata
Ramaddii Hojii fi
Faayidaalee
humna
namaa
fi
gurmaa’insa
mootummaa
 Ibsa tarreeffama hojii
jiru qorachuun.
 Labsii manni hojichaa itti
dhaabbate
 Maqaa gita hojii, sadarkaa fi
dandeettiiwwan
barbaachisan (hard & soft
9
copy)
 Ramaddii dabalataa yoo ta’e
sababa
barbaachisummaa
ramaddii
 Ramaddii
yoo
irra
ta’e
deebi’ame
sababa
barbaachiseef.
ramaddii Adeemsa
Qajeelfamoota
sadarkaa
gita
siivil Ijoo
hojii
sarvisii sadarkaa
ykn Naannichatti
6
Imaammata,
misooma
Naannichaa
yeroo
isaa raabsuun
Federaalaa Gurmaa’insaa,
eeggatee
Ramaddii Hojii fi
hordoffii
ba’an ni
karooraa
human
fi Adeemsa
Hojii Yeroo
barbaachisetti
qopheessuun Karoora,
hooggansa
raabsuun
qabeenya
humna namaa fi sirna ragaalee
manneen
hojii
qopheessuun
leenjii kennuu fi
Misoomaa fi Itti
Qabeenya Namaa
Sirna
fi
Dokumentii
Fayyadama
7
dhiyaatu
hundaa’uudhaan
taasisuun
namaa Odeeffannoo
hojiirra ni oolchina;
mana
deeggarsa
Faayidaalee
raawwachiifna.
 Gaaffii
Hojii Itti fufiinsaanii fi Qajeelfama
bifa
walfakkaatuun akka ijaaramu
10
Sagantaadhaan
hojii
irra
irratti
taasisuu.
Qaxarriin, ramaddiin, guddinni Adeemsa
hojjettootaa, Ijoo
sadarkaa
Hojii Gaaffiin
Raawwii dhiyaatee
dabalanni miindaa, jijjiirraan, Seerotaa
guyyoota
leenjii fi naamusni hojjettoota
keessatti
siivil
sarvisii
qajeelfama
seeraa
fi  Eeruu
Deeggarsaa
hordoffii
30 fufinsa
itti
tajaajilamtootaa
fi
sagantaadhaan
qabu
taasisuun,
fi
mootummaatiin
raawwatamuu isaa ni hordofna;
Hojii bulchiinsa humna namaaf Adeemsa
gaaffii
dhiyaatuuf
deebii Odeeffannoo
barreeffamaanis ta’e afaaniin Karoora,
Misoomaa fi Itti
kennuu
Footoo Kooppii  Dhimmoota
Hojii Barreeffamaan
guyyaa 1, afaaniin fi ‘CD’ dhaan
barreeffamaa
daqiiqaa
gaaffichi
30
keessatti
Fayyadama
Qabeenya Namaa
deebii
barbaadaniif
qaama
itti
gaafatamuun
mallattaa’ee
barreeffamaan
dhiyaachuu
qaba
 Gaaffii
afaaniif
eenyummaa
waraqaa
qabatee
dhiyaachuu qaba
 CD’n yoo ta’e CD haaraa
Tajaajila
yeroo
hojjetaan Adeemsa
Hojii Guyyaa 1
Barreeffamaan
mootummaa soorama itti ba’u Odeeffannoo
dheeressuu
 Gaaffichi hojjetaan soorama
ba'uu dura ji’a sagal dura
Karoora,
dhiyeessuu
Misoomaa fi Itti
11
 Bu’aa barumsi, beekumsii fi
Fayyadama
Qabeenya Namaa
dandeettiin
addaa
inni/isheen
qabu/du
waajjirichaaf buusu ibsuu
 Guddina
sadarkaan,
miindaan yookiin qacarriin
hojjetaa
bakka
argachuuf
bu’u
carraaqqii
godhame
 Hojjetaan/ttuun
hojichaaf
ga’eessa ta’uun ragaa mana
yaalaatiin mirkaneeffamuu
 Hojjetaan/ttuun tajaajilicha
itti fufuuf kan walii gale
ta’uu qaba
Duub-deebii
gamaggama
Adeemsa Hojii
raawwii hooggansa qabeenya Ijoo Raawwii
humna namaa manneen hojii Seeraa
kennuu
Gaaffiin
Footoo kooppii  Waraqaa eenyummaa
dhiyaatee
fi CDn
guyyoota
30
keessatti
 Sababa
barbaachisummaa
gabaasa
duub-deebii
barreeffamaan kan ibsu
 Qorannoo
barbaadamu
12
fi
hojiif
kan
yoo
ta’e
waraqaa
deeggarsaa
barreeffame
 Dhaabbilee
xalayaa
yoo
ta’an
mallattoo
itti
gaafatamaan dhimmi isaa
ilaallatu kan qabu
Gaaffiiwwan
seerota,
Adeemsa Hojii
qajeelfamootaa fi hojiiwwan Ijoo Raawwii
siivil sarvisiif deebii kennuu
Seeraa
Guyyaa
tokko Footoo kooppii  waraqaa eenyummaa
keessatti
 xalayaa deeggarsaa
fi CDn
 ka’umsa
gaaffii
tajaajila
gorsaa kan agarsiisu ibsa
gabaaba barreeffamaan
8
Gosa
durgoo, Adeemsa
kaffaltii,
Hojii Guyyoota
onnachiiftuu adda addaa fi Ijoo
iskeelii
keessatti
akka
irra oolu ni taasifna;
hojii
fi  Maqaa hojjetaa, maqaa gita
workishooppii
qorannee Gurmaa’insaa,
miindaa
dhiyeessuudhaan
20 Leenjii
kennuu
Ramaddii Hojii fi
qajeelfama
Faayidaalee
raabsuun
hojii,
fi
sadarkaa,
lakk.
waraqaa eenyummaa, gita
hojii fi miindaa ji’aa
 Durgoon
jijjiirraa
kan
gaafatamu yoo ta’e unka
gaafannoo durgoo lakk. 1 tti
guutamee dhiyaata.
 Kaffaltii yeroo hojiin alaa
(part time) yoo ta’e ibsi
13
sababiin hojichi yeroo hojii
idileetti
hojjetamuu
hin
dandeenyeef ni dhiyaata.
9
Dhimmoota bulchiinsa humna
namaan
walqbatanii
mana
murtii bulchiinsaatti dhiyaatan
qulqulleessuun
furmaata
ni
kennina
Galmeewwan
dhimma
Adeemsa Hojii
qabeenya humna namaan Ijoo Raawwii
walqabatanii
ol-iyyannoon Seeraa
Guyyoota 30 kan Iddoo
hin
abbaan  murtoon
caalle dhimmaa
keessatti
qaamaan
dhiyaatan qorachuun murtoo
argamanitti
itti ni kennina.
murtoo ibsuun
mana
barreeffamaan
hojichaa
yoo
ta’e
galagalcha murtichaa
 murtoon
kan
kenname
afaaniin yoo ta’e uunka
iyyannoo
kakuudhaan
deeggarame guutuu
 ol-iyyannoon osoo murtoon
koree naamusaa fi komii
qulqulleessaan
ilaalamiin
ragaaleen
hin
kennameef
yoo
jiraatan
kooppii lamaan qophaa’ee
14
dhiyaachuu qaba
 koree naamusaa fi komii
qulqulleessaan qulqullaa’ee
kan
murtaa’e
yoo
ta’e
galagalchi galmee koreen
ittiin qulqulleesse kooppii
lamaan
qophaa’ee
dhiyaachuu qaba
Yeroo
ol-iyyannoon
itti
dhiyaatu
 kaffaltiin
kan
walqabate
guyyoota 90 keessatti
 hojii irraa ittifamuu, addaan
cituu tajaajilaa fi adabbii
naamusaa
cimaa
kan
ilaallatu yoo ta’e guyyoota
30 keessatti
 Guyyaa ol-iyyannoon
dhiyaatu
itti
keessatti
dhiyeessuun yoo dadhabame
sababa itti hin danda’amneef
unka mana murtiin qophaa’e
15
irratti guutuu, ragaa jiru
kooppii lamaan oriijinaala
waliin dhiyaachuu qaba.
Diddaa raawwii seeraa irratti
Guyyoota 10 kan Qaamaan
iyyannoo
hin
Adeemsa Hojii
dhiyaatu Ijoo Raawwii
Seeraa
raawwachiisuu
 Guyyoottan 30 kennaman
caalle argamuudhaan
keessatti
barreeffamaan
keessatti murtoon kenname
yoo
hin
raawwatamneef,
unka raawwannoo qophaa’e
irratti
guutuun
galmee
bansiisuutu irra jira.
10
Odeeffannoowwanii
fi
ragaalee Biiroo Siivil Sarvisii
fi Bulchiinsa Gaarii ilaallatu
tajaajilamtootaaf
ni
dhiyeessina
Odeeffannoowwan adda addaa Adeemsa hojii
Biiroo
Siivil
Bulchiinsa
Sarvisii
Gaarii
Guyyaa 1
kooppiidhaan,
fi dhimmoota
CDn,
ilaallatu kominikeeshinii
kennuu
af-
 qaama ilaallatu irraa gaaffii
barreeffamaan dhiyaate
gaaffiin,
 waraqaa eenyummaa
websaayitiin
 unka
gaafannoo
odeeffannoof qophaa’e
Kuusaa
dhuunfaarraa Adeemsa
Hojii Sa’a 2 keessatti
odeeffannoo qabeenya humna Odeeffannoo
Footoo
kooppiin
Karoora,
16
 Gaaffilee
manneen
irraa dhiyaatan
hojii
 Gaaffilee nama dhuunfaan
Misoomaa fi Itti
namaa kennamu
Fayyadama
kennaman yoo ta’e iyyataa
Qabeenya Namaa
Seerotaa
fi
labsii
ittiin Adeemsa
fi waraqaa eenyummaa
Hojii Sa’a 2
Footoo
bulmaataa, qajeelfamaa fi Odeeffannoo
dambii hojjettoota mootummaa Karoora,
kooppiin
 CDn
fudhachuuf
yoo
barbaadan, CD haaraa
Misoomaa fi Itti
adda addaa
Fayyadama
Qabeenya Namaa
Gabaasa
waggaa
istaatiksii Adeemsa
Hojii Sa’a 2
Footoo
Odeeffannoo
qabeenya humna namaa
kooppiin
Karoora,
Misoomaa fi Itti
Fayyadama
Qabeenya Namaa
11
Bittaa meeshaalee fi kaffaltii ni
raawwanna
Caalbaasii
meeshaalee
addunyaadhaan Adeemsa
bituun
dhiyeessina
hojii Guyyoota 82
Haala
 Haala
ibsa
‘specification’
(specification)
bulchiinsa
dhiyaateen
qulqullinaa
faayinaansii
hordoffii
dhiyeessuu
ni bittaa
fi
meeshaalee
fi
ulaagaa
guutuu
taasisuun
Caalbaasii
biyya
keessaan Adeemsa
hojii Guyyoota 32
17
Haala
 Haala
ibsa
meeshaalee
meeshaalee
bituun
dhiyeessina.
‘specification’
(specification)
bulchiinsa
dhiyaateen
qulqullinaa
faayinansii
hordoffii
dhiyeessuu
ni bittaa
fi
fi
ulaagaa
guutuu
taasisuun
Kaffaltii meeshaalee bitamanii Adeemsa
fi qaamolee tajaajila kennaniif bittaa
yeroodhaan ni raawwanna.
hojii Sa’a 2:30
Akkaataa
fi
bulchiinsa
faayinansii
 Haala
ibsa
waliigatee
(specification)
taasifameen
qulqullinaa
dhiyeessuu
18
meeshaalee
fi
ulaagaa
guutuu
11. Waadaa Tajaajilamtootaaf Galame
Akkaataa chaarterii kana irratti qophaa’een lammiileef tajaajila ni kennina; tajaajilamtoota
kabajaan, haqaanii fi loogii tokko malee ni tajaajilla.
12. Mirga Lammiilee

Tajaajila biirichaan kennamuun wal qabatee odeeffannoo quubsaa ta’e argachuu

Tajaajila barbaadu yeroo ka’aame keessatti yoo argachuu dhabe sababa isaa ifatti beekuu

Tajaajilaa fi murtii haqa-qabeessa argachuu

Qaama miidhamtoonni, manguddootnii fi qaamoleen hawaasaa tajaajila addaa isaan
barbaachisu haala adda ta’een qajeelfama irratti hundaa’uun keessumsiifamuu fi tajaajiila
argachuu

Yaadaa fi komee jiru dhiyeessuu

Komee dhiyaateef deebii haqa-qabeessa ta’e argachuu

Ragaa raawwii fi karoora biirichaa argachuu

Yoo deebii quubsaa argachuu hin dandeenyetti qaamolee miidiyaatti, Dhaabata Mirga
Namummaatti, Dhaabbata Abbaggaar uummataa fi qaamoolee dhimmi ilaallatutti
beeksisuuf mirga qabu.
13. Dirqama Lammiilee

Sadarkaa kenniinsa tajaajilaa qopheessinne kanatti seeraa fi kabajaan itti fayyadamuu;

Haaldureewwan tajaajila argachuuf barbaachisan guutanii dhiyaachuu;

Odeeffannoowwan tajaajila kennamuun wal qabatan yeroo gaafataman deebii siirrii
kennuu

Riifoormii hojii irra oolchuu fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuu keesatti dammaqinaan
hirmaachuu.
14. Sirna Komiin Itti Dhiyaatu
Lammiin haala chaarterii qophaa’een tajaajila hin argatiin mirga komee dhiyeeffachuu ni qaba.
Akkaataa komeen itti dhiyaatuu fi furmaata argatu haala armaan gadiitiin kan raawwatu ta’a.

Lammiin komee qabu komee isaa raawwataa/ittigaafatamaa tajaajila sana kenneef
qaamaan argamuun afaaniin, barreeffamaan ykn bilbilaan, faksiidhaan fi emeeliidhaan
ibsachuu ni danda’a.
19

Ittigaafatamaan ykn raawwataan komeen itti dhiyaate komicha qulqulleessuun guyyaa
tokko keessatti qaama komee dhiyeeffateef deebii quubsaa kennuu qaba;

Lammiin deebii kanatti quufuu dhabe ofiisera naamusaatti dhiyeessuun guyyaa tokko kan
hin caalle keessatti deebii argachuu qaba;

Lammiin haala kanaanis itti quufuu dhabe dhimmicha qaama ol-aanaa mana hojichaatiif
dhiyeessuun guyyaa tokko keessatti deebii argachuu qaba;

Dhumarrattis sadarkalee armaan oliitiin yaalii taasifamee fi murtee kenameen lammiin itti
hin quufiin Dhaabbata Abbaagar ykn Dhaabbata mirga namummaattii fi sab-quunnamtii
(media) uummataatiif dhiyeessuun furmaata barbaaduu ni danda’a.
15. Hirmaannaa Gochuu fi Yaada Kennuu
Lammiileen yaada fooyya’insaa, eeruu, gaaffii fi ibsa qaban haala armaan gadii kanaan
dhiyeessuu ni danda’u.

Biiroo keessatti saanduqa yaadaa fi galmee yaadaa argamutti fayyadamuu ykn afaaniin
ibsuun;

Waltajii maree qophaa’utti fayyadamuun

Xalayaan, Lakkoofsa sanduuqa postaan-25753

Bilbilaan 011-5-15-50-14

Faksiidhaan 011-1-243514/011-5-159251

Weebsaayitiidhaan http://10.105.1.111/ocbb

E-mailiidhaan [email protected] ykn [email protected]
16. Sirna Hordoffii fi Gamaaggama Biiroo Kanaan Taasifamuu Qabu

Biirichi akkaataa chaarterichaan lammiileen tajaajila argachuu isaanii hodoffii fi
deeggarsa gochuun ni mirkaneeffata;

Dhimmoota kanarratti itti gaafatamtoonnii fi raawwatoonni adeemsaaleen hojii itti
gaafatamummaa qaban akkaataa chaarterichaatiin tajaajila kennuu isaanii raayyaa
jijjiiramaatiin torban torbanii fi ji’a ji’aan gamaaggama taasisuun hooggansa ol-aanaa
Biirichaaf gabaasni ni dhiyaata;

Gabaasota hordoffii fi gamaaggama yeroo yeroon dhiyaatu bu’uura gochuun
tarkaanfiiwwan sirreeffamaa ni taasisa;

Waltajjiiwwan tajaajilamtootaa gurmaa’uu fi hojii irra ooluu isaanii ni mirkaneessa;
20

Qaama bilisa ta’een itti quufinsi tajaajilamtootaa akka sakatta’amuu ni taasisa;

Sirni komeen itti keessumeeffamu diriiruu fi hojii irra ooluu isaa ni mirkaneessa.
17. Teessoo Biiroo Siivil Sarvisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa
Teessoon Biiroo Siivil Sarvisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa Magaala Finfinnee ta’ee:
A. Waajjirri I//A/Pirezidaantii fi Hoogganaa Biiroo, akkasumas Waajjirri I/A Hoogganaa fi
I/G/Damee Sagantaalee Riifoormii Boolee naannoo Gamoo Dambal mooraa Waajira
Pirezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa keessatti argama.
B. Waajjirri I/A Hoogganaa fi I/G/Damee Siivil Sarvisii Arat Kiloo naannoo Waajjira
Ministeera Baranootaa Federaalaatti argama.
Gabatee 2: Teessoo Hoogganaa Biiroo, Itti aantota Biiroo fi Adeemsaalee Hojii
T.L
1
Iddoo/Adeemsaalee Hojii Ijoo
Waajjira I//A/Pirezidaantii fi Hoogganaa
Teessoo
Lakk. Bilbilaa
Faaksii
E-maile
011-5-51-39-06
011-5-51-96-33
[email protected]
BSSBGO
2
Waajjira I/A Hoogganaa
m
fi I/G/Damee
011-5-51-50-71
011-5-15-92-51
[email protected]
Waajjira I/A Hoogganaa fi I/G/Damee Siivil
011-1-23-99-53
011-1-24-35-14
[email protected]
011-5-51-50-71
011-5-15-92-51
[email protected]
Sagantaalee Riifoormii
3
Sarvisii
4
Adeemsa Hojii Ijoo Ijaarsa Dandeettii fi
Bulchiinsa Gaarii
5
Adeemsa Hojii Dhimmoota Kominikeeshinii
011-5-15-50-14
011-5-15-92-51
[email protected]
6
Waajjira Qindeessaa Sagantaa Fooyya’insa
011-5-15-49-61
011-5-15-92-51
[email protected]
011-1-23-99-54
011-1-24-35-14
[email protected]
011-1-23-99-57
011-1-24-35-14
[email protected]
Sirna Haqaa
7
Adeemsa Hojii Ijoo Gurmaa’insaa, Ramaddii
Hojii fi Faayidaalee
8
Adeemsa Hojii Odeeffannoo Karoora,
Misoomaa fi Itti Fayyadama Qabeenya
Namaa
9
Adeemsa Hojii Ijoo Raawwii Seeraa
011-1-23-99-52
011-1-24-35-14
[email protected]
10
Adeemsa hojii bittaa fi bulchiinsa faayinansii
011-5-15-03-20
011-5-15-92-51
[email protected]
21

Similar documents