Karora Guddina Yesler Terrace
Transcription
Karora Guddina Yesler Terrace
Karora Guddina Yesler Terrace Fula dura gaari gara mana keennaa fiduu B U LC H I N S S A M A N E E N S E AT T L E Caamssa(May) 17, 2011 irrat Boorddi Komishinertatiin fudhatama arggate jira John Littel, Durata’a Nora Gibson, Itti a’ana Durata’a Yusuf Cabdi, Juan Martinez, Kollin Min, Doug Morrison, Heyward Watson Tom Tierney, Directera dura ta’a OROMO Karori guddina kun, maneen haromssuu fi Yesler Terrace dagagsuuf karora baldha jiru ka wagga 10 hangga 20 fudhtu, ni dhiheessa. Yesler Terrace –fi Seattle baldha keesssat, kaayyyoon keenna- maneen fayya tahan ka sirriit ijaraman ka jiratota galiin isanii baaayye diqqa tahee tahu dhiheessu. Maneen Yesler Terrace keessa jiran ka umriin isanii wagga 70 tahe kana sirriit kabnne qabnne jira. Namoota hunduma hammatai qabachu fi carra kennu ilalchise bu’a hawasi kun jirattota kenne ilalchise ni boonna. Garu, maneen Yesler Terrace dullomut jiran kanaf yeroon isan bakka buusamu qaban gahe jira. Kaayyoon keena mannen fayya, cima fi fayydda gaari keennan ka wagga 70 itti aanani jiratee, jiratota galiin isanii baayye diqqa tahe tajajilu uumu feena. Maneen warra galiin isanii bayye diqqa tahe tahu, ka yero dheeraf turu ummun kaayyo keenna. Maneen ilalchise kaayyo qabnnu irrat dabele, carran hawasa dagagssan dhihatani jiru. Magala Seattle, dhaboota garggarssa fi dalddaltota dhuunffa wajjiin hojjachuun, Yesler Terrace haraan kun gandda, galii fi fayydan isa maka tahe raaji godhanne jirra. Hawasi adda adduma qabuuf nama gammachisu kun bakka namooni galiin isanii adda adda tahe dhufani itti baratan, dalaganiif taphatan nit aha. Saayitiin Yesler Terrace ka acre 30 tahe kun, walakkaa magala irra cina irrat arggamea. Kun magaalan tarkkanffate kun maneen dullomana bakka buusuun gaandda haara akka uumnnu ni haffeera. Kun carra dagagssu ilalchise karora baldha jiru akka bakkan keennu ni danddeessisa. Carran babaldhisu jechuun, dhiheenna gara barumssa jiru, faydda yero dheera(sustainability), jireenya gaarumma, dagagssu taha. Bulchinssa maneen Seattle keessat, Yesler Terrace maneen warra galii diqqa qabani umuu irrat xiyyeeffanne jirra. Gareen biron akka nu wajjiin harkka walqqbatani hojjaan ni haffeera. Kun kayo baldha akka bakkan geenu, fi walakka Seattle keessat gandda magaalaa ka gaarii tahe akka uumnnu nu danddeesisa. Tom Tierney, Directera dura ta’a Guddina ilalchise seera ittiin qajeelfamnnu BU’URA HAWASA (SOCIAL EQUITY) Feedhi hunde ta’e ka jiratota Yesler Terrace ka amma jiranif fuula durf dhufan, kun oso sanyi, aada, dinagdde ykn hala birootiin addaan inbbaafnne. Dalagaat, barumssat, tajajila hawasa, nyata qaama gaari tahe fi maneen gati diqqaati dhihanna isan qaban fooyyessu. Keessatu, namoota galiin isanii bayye dhiqqa tahe ka fedhi cima qabani duran durssani carra kennuun. CARRA DIINAGDDE Hala diingadde jijjiru, jirattota amma Yesler Terrace keesa jirataniif dhalota fuula dura dhufani, carraf haala jirenya fooyyessu jechu. Dhiheenna isan gara dalaga, geejjiba, tajajila hawasa, fi maneen gali diqqa ka bala irra ittifaman fi dhiheenna isan gara meesha faaynnannanssii qaban dagaagssu. EEGUMSS DACHII FI FAYDDA YERO DHEERA(ENVIRONMENTAL STEWARDSHIP AND SUSTAINABILITY) Dizaayinii qaroo ka “magarssiisa” tahe fi sochi dachii fi diinagddee gari tahe, walit qinddessu. Jiratota amma jirani, dhaloota Yesler Terrace ka fula duraaf dhufanii, hawasa gaari fi fayya tahe bakka kaha; yero maneen galiin isan dhiqqa tahe turssan kana. MANA TOKKO MANA TOKKON BAKKA BUUSU Xummura Yesler Terrace irrat, bayyini maneen jiratota galiin isaniti bayye diqqa tahe, bakka ni bu’a ykn ni caala. Filanna dhiheeessu, saayiti walit dhiheessu fi hawasa aada fi dinanggddeen adda adduma qabu, bakka baldhinni isa diqqa tahe keessat baayyisani jirachisu. Carran guddina kun maneen namoota galiin isaani bayye diqqa, ka amma saayiti Yesler Terrace ykn gandoota mooga keessa jiran keessa keessa jiratani tahu, inhirdhisu. Seera ittiin qajelfamu ilalchise oddeeffanno dabalama yo barbbaaddan, www.seattlehousing.org doohadha. Xarapheezza qabxiile Raaji projektii Fuula 4 Nammoota Miilan Deeman walquunamssiisu Fuula 12 Qabxiilee Karora Guddinaa Fuula 5 Gama gaman guddina addemsisu xiinxxalu Fuula 13 Karora Guddina dalaga irra oolchuu Fuula 6 Mala Goddana fi Mirgga Deebi’uu Fuula 14 Faayddalee Lafa Fuula 7 Karora Hawasa Hirmmachisuu Fuula 15 Faaydda Lafa: Maneen ijaruu Fuula 8 Dhiibba Projektiin Fidu Ittisu Fuula 16 Faaydda Lafa: Paarkkota fi Bakka bana Fuula 9 Casa Hawassumma Fuula 17 Faaydda Lafa: Dukkalle Gandda Keessa fi Tajajila Fuula 10 Caasa Yero Dheeraf Turu Fuula 18 Faaydda Lafa: Waajjira Fuula 11 Fanddi Fiduuf Shirkkumma Barbbaachisu Fuula 19 Raajii Projektii Hawasa gali makka ka magala keessa ka raajjii gudda qabu ka baroota 21ffa tahu uumuuf Bulchinssi maneen Seattle carra gudda arggate jira. Akeekoti ijo tahan ka dabalan: 1. Manen gali diqqa ka amma jiran bakka buusuu fi maneen gali diqqa dabalama, maneen dalagddoota fi maneen gabayaaf dhihatan ijaruun, Yesler Terrace hawasa namooni gali diqqa qaban keessa jirachu dandda’an tahe akka itti fufu godhu. 2. Hawas jiranyaa gari tahe, ka bala irra ittifameef dadammaqe (vibrant) uumuu. Hawasa walqquunamti qabuuf hirmmanna qabu, ka namoota umrii, gali fi danddetti adda adda qabanii tahu uumuu- ganda namoonni hudduma keessa jirachuu filatan uumuu. Gandi haran kun hawasa maka tahe yo tahu, maneen, dukkan adda adda, ijarssoti hawasa, bakka banana fi daanddiin karorffaman, adda addauma jirenya jirattota ni deeggara. 3. Adda Addumma Deeggaruu. Maneen ijaraman, carra dalaga fi walqqunnamti hawasa keessat. Adda addumma diinandde fi aada deeggaru. 4. Uuman, hawasan walsimu. Yesler Terrace hawasa cina jirani fi walakka magalatiin walit dhiheessu. 6. Faydda Yero dheera, magarssisumma fi hawasa fayya tahu ilalchise Yesler Terrace hawasa fakenya tahu godhu. 7. Teesso fi adaba Yesler Terrace ka adda tahe irat xiyyeeffachu. Hawasa ilalcha gaari qabu, ka walakka magala, geejjiba fi dalagat dhihatu; ka Harborview fi Little Saigon ti dhihatu. Gandi magala keessa jiru ka acre-30 irrat arggamu caraa guddiinna ka inni dhiheessu. 8. Gare dhimmi kun ilalu adeemssa guddina kana irra hirmmachisu itti fufu. 5. Carra diinagdde fi fedhi hawasa guutuuf karora baasuu. Fuula 4 Qabxxiile Karora Guddinaa Maneen 4.3 million SF / 5,000 kuta Waajjira 900,000 SF Tajajila Gandda 65,000 SF Dukka adda adda ka gandda keessa 88,000 SF Paarki fi bakka bana gami isa ka dhuunffaa tahe 15.9 acres Dirre konkkolata 5,100 bakkoota Sagantta Maneeni Bayyina kutaale waliti qaba 5,000 Kutaale namoota galiin isani baayye bayye diqqati tahu1 661 Kutale bakka buusan 561 Kutale dabalamo2 100 Kutaale namoota galiin isani baayye diqqati tahu3 290 Kutale dalagddoota tahu4 850 Kutale gabaya irrat gurgguraman 3,199 Kutaale namoota galiin isani baayye bayye diqqati tahu: Galiin isanii gali walakka nannno kanatii (AMI) hangga harkka 30 tahu 1 Maneen gali diqqa dabalamon dhabota garggarssa biro ka shirkka tahaniin ni ijarramu Kun Sayiti Yesler Terrace keessat, lafa gati caba, vowcherii Filanna Manneeni ka adeemsa NOFA Magala Seattle ni dhihattaniin fayyadamuun ni ijramu 2 Kutaale namoota galiin isani bayye diqqati tahu: Galiin isanii gali walakka nannno kanatii(AMI) hangga harkka 60 tahu 3 4 Kutale dalagddoota tahu: Galiin isanii gali walakka nannno kanatii(AMI) hangga harkka 80 tahu Fuula 5 N RE E AV 14TH AVENUE 12TH AVENUE 11TH AVE. 10TH AVE. YESLER WAY YESLER COMMUNITY CENTER BAILEY GATZERT ELEMENTARY SCHOOL WASHINGTON STREET RE BO E NU E AV 10TH AVE. N Maneen maati baayyee(Multi-Family) gara hawasa karora baldha qabuut jijjirani jiran STEAM PLANT E MPC haara kana uumuu dabale, Caffeen Magala Seattle, kaartta fayda lafa ka fuula duraa jijjiire ture. Kana irrat Yesler Terrace Hawasa Karora Baldha qabu godhuun kaahe jira (ka si gad jiru kana ilala). YESLER WAY FIR STREET VENU 10TH A Guyya Ebla(April) 2011 irrat, adeemssa wagga Ka Karora Baldha Jijjiiruu keessat, Caffeen Magala seattle, Karora Baldha “Master Planned Community” (MPC) jedhamu uumee ture. Gosi karora kun, guddina gugudda ka sayitii blookile baayye qabatu ka walakka magala keesat arggaman, ka gare tokko duwwan dhuunffataman, ka magala keessat bakka diqqa keessat walit dhihachuun ijaraman(urban density), ka faydda maka qaban, qorachuun, karora magala ka walsimate guddina keessat akka uuman carra kennu. 8TH AVENUE FIR STREET BROADWAY ET E TR RS DE AL E NU E NU SPRUCE STREET HARBORVIEW MEDICAL CENTER E NU VE HA 8T Karora Guddina dalaga Irra Oolchu 10TH AVE. BO VE HA 9T ALDER STREET MAINSTREET JACKSON STREET Also in April 2011, Seattle Housing completed its Planned Action Final Bulchinssi Manneen Seattle Miidha inni Nanno irrat fidu dandda’u qorachu ka dhuma(EIS) ka guddina Yesler Terrace xummure ture. “Tarkkaanffiin Karorffame” ka EIS adaan baase kaahe kun saayiti guddisu irra kahuun miidha dhufu fi mala rakko kana diqqeessaniin addaan baase kahe jira. Karori tokko Tarkkaanffiin Karorffame godhamuun eegii Caffee Magalatin Kaahameen booda, projektooti saayiti sun irrat fuula duraf ijaraman ulaga Tarkkaanffiin Karorffame kana guutu qaba; yo kana tahe, qoranno SEPA adeemsisuuf dirqqama inqqaban. Miidha inni Nanno irrat fidu dandda’u qorachu ka dhuma(EIS), kana keessat Bulchinssi Maneen seattle, saayiti baldhisuun lafa sadi, ka gara baha aduu Yesler Terrace, daanddi 12ffa fi 14ffa yiddu jiran itti dabale jira. Kutaale maneeni ka bakka buufaman kana ganddota itti moggani jiran keessat ijaruun miidhaan inni dachi irrat fidu hubachuuf nannoon kanniileen qoratamani jiran. Karatta sayiti kana keessat, nannoon saayiti gutuma guutuun, qube gugudda gurracha tahaniin muldhifamani jiran. Fuula 6 ALDER STREET ALDER STREET E BAILEY GATZERT ELEMENTARY SCHOOL 10TH AVE. JACKSON STREET ALDER STREET E 14TH AVENUE FIR STREET STEAM PLANT 10TH AVE. 10TH AVE. YESLER WAY YESLER WAY FIR STREET 12TH AVENUE HUMAN SERVICES 11TH AVE. ET RE ST 8TH AVENUE 14TH AVENUE 11TH AVE. E NU 12TH AVENUE E AV ER D AL BROADWAY H 8T BROADWAY SPRUCE STREET HARBORVIEW MEDICAL CENTER RETAIL USES YESLER WAY YESLER COMMUNITY CENTER YESLER COMMUNITY CENTER BAILEY GATZERT ELEMENTARY SCHOOL BAILEY GATZERT ELEMENTARY SCHOOL WASHINGTON STREET WASHINGTON STREET 10TH AVE. E NU E AV E ENUE NU E AV JACKSON STREET N N ENUE MAINSTREET 10TH AVE. RE BO RE 10TH AV BO 10TH AV Parkkoota. Paarkki Yiddu Galeessa, ka parkki diddiqqoon deeggaraman. 10TH AVE. 10TH AVE. NU E 8TH AVENUE E AV NU E NU E AV E FIR STREET STEAM PLANT RETAIL USES N EN NU YESLER WAY RE BO VE HA 9T R BO VE HA 9T UE N VE HA A T EE TR RS E LD 14TH AVENUE E NU E AV MAINSTREET Paarkkota fi bakka bana SPRUCE STREET HARBORVIEW MEDICAL CENTER BAILEY GATZERT ELEMENTARY SCHOOL N RE BO ENUE UE EN AV ENUE 10TH AV N RE BO 10TH AV MAINSTREET 10TH AVE. POCKET PARK ALDER STREET Maneen. Maneen gali diqqa, ka namooni kafalu dandda’an, maneen gurgguraman ka hawasa keessa jiraniin qindda’uun. MAINSTREET JACKSON STREET Tajajila gandda keessa Dukkota adda adda ka gandda keessa. ALDER STREET EN EN AV UE E NU 14TH AVENUE FIR STREET STEAM PLANT 10TH AVE. YESLER WAY 8TH AVENUE FIR STREET 12TH AVENUE AL 11TH AVE. E NU E AV ET RE ST BROADWAY SPRUCE STREET HARBORVIEW MEDICAL CENTER R DE 10TH AVE. R BO VE HA 9T OFFICE, MEDICAL SERVICES, LODGING USES H 8T Tajajila gandda keessa. Walakka gandda keessat fi daanddile miilan irra deeman babaldha cinaat, bakka tajajila kennu qopheesu. YESLER WAY WASHINGTON STREET NEIGHBORHOOD CENTRAL PARK JACKSON STREET FIR STREET STEAM PLANT YESLER COMMUNITY CENTER WASHINGTON STREET Maneen HORIUCHI PARK (EXISTING) POCKET PARK 10TH AVE. YESLER WAY 8TH AVENUE 10TH AVE. YESLER WAY FIR STREET 12TH AVENUE POCKET PARK 11TH AVE. ET RE ST BROADWAY 14TH AVENUE 12TH AVENUE 11TH AVE. BROADWAY ER D AL STEAM PLANT FIR STREET Dukkota adda adda ka gandda keessa. Fedhi jiratota guutuf dukkota ganddota keessat qopha’an. Yiddu galeessa ka qabu. 10TH AVE. 10TH AVE. NU 8TH AVENUE E AV FIR STREET YESLER COMMUNITY CENTER 8T Faydda lafa ka adda adda tahe qabchuun gandda tokko ni sochoosa ni damamakssa(active and vibrant) Jiratotaa fi hojjatonni wajjira dukkale gandda keessa jiran ni dhudhufu. Namooni umri adda adda qaban parkota fi bakka banana ni fayydamu. Geejjibi akka gaarit waan arggamuuf konkkolata oofu ni diqqeessu. Hawasi Yesler Terrace haaran kun faydda lafatiif tajajila adda adda tahe ni qaba. YESLER WAY SPRUCE STREET HARBORVIEW MEDICAL CENTER E NU VE HA 8T FIR STREET N E NU ET RE ST E NU E AV UE EN AV ER RE BO N RE E NU VE HA SPRUCE STREET HARBORVIEW MEDICAL CENTER D AL VE HA 9T BO 9T H 8T Fayddale Lafa YESLER WAY YESLER COMMUNITY CENTER BAILEY GATZERT ELEMENTARY SCHOOL WASHINGTON STREET BO Waajjira. Waajjira dhiha aduu kaabati tahan. Saganttan kun ijarssa tokko ykn moona waajjiroota tahu ni dandda’a. RE EN AV UE 10TH AVE. N ENUE 10TH AV MAINSTREET JACKSON STREET Waajjira Fuula 7 ALDER STREET N E AV Oddo jiratota tahu ka xaara irra jiru Koridoroota ka ka mana fakkatan Bakkan qooddataman ka illiveterat dhihatani jiran (ala fi keessa tahu ni dandda’a; yo ilalcha qabate ni filatama) Bakka bana xara irra jiru, ka bakka bana alaa qabu ka qoodatmu dandda’u Ilalcha (views) Maneen lafat dhihatan ka bakka bana ijarssa dura jirut dhihatan Fula dura ijarssotaat bakkan qoodataman ka ala ni jiru Ilalcha (views) Ilalchisi ni filatama Akka namooni itti sassabamu dandda’an bakka keessuma itti simatn baldhina gaha qabu Bakka bana ijarssa dura jiran(Courtyards) ka teesuma ykn sochi tahu (fakeenaf bakka eydduu ijollee) 14TH AVENUE 12TH AVENUE 11TH AVE. 10TH AVE. YESLER COMMUNITY CENTER BAILEY GATZERT ELEMENTARY SCHOOL WASHINGTON STREET 10TH AVE. UE EN AV • Maati babaldha tahee kutale lafat dhihatan ka kafalamu danda’an (BALBALA 3-4) • Kuta maati diqqa tahu ka kafalamu dandda’u (BALBALA 2), foqi yiddu galeessa keessat, dheerini isa ft 85 (fooqi 7) • Kuta kafalamu dandda’u ka balbala tokko qabu, foqqi yiddu gleessa keessat ykn fooqii dheera irrat tahu ni dandda’a. dheerini isa ft 160 ykn (Fooqi 17) • Kutaleen gabaya irrat gurgguraman, fooqi yiddu galeessa ykn fooqii dhedhera hangga ft 240 (foqi 26) keessat arggamu ni dandda’u. • Fooqiin dhedheran jirenya tahan hang 11 jaramu ni dandda’u; dheerina ft 240 qabachu ni dandda’u. Garu bakka Little Saigon cina jirut, dheerinni fooqii ft 160 irrat dangga’e jira. YESLER WAY N RE BO Gosi maneeni ka dabalu: YESLER WAY FIR STREET STEAM PLANT E VENU 10TH A Hawasi Yesler Terrace haran kun kana qabata: kuta maeeni 5,000 (square feet 4.3M). Maeen kafalu dandda’u 561 gara 1801 oli dabla. Ka hafe sayiti keessat kutalle gabaya irrat gurguraman. Maneen kafalamu dandda’n maneen gabya irrat gugurama irra addna bahn aka inbeekkamne godhuun baayye barbachisa. Kutalen kafalamu dandda’a sayiti keessat akka facaa’man jirtan gdhuun seera guddina kana isa tokko. 8TH AVENUE FIR STREET BROADWAY E NU VE HA 8T T E RE T RS DE E NU E NU SPRUCE STREET HARBORVIEW MEDICAL CENTER AL 10TH AVE. RE BO VE HA 9T Maneen MAINSTREET JACKSON STREET Qabxiile ijarssa ka walffakkatan. Ijarssota maati bayye keessat, kutaleen namooni qooddatan ni jiru ykn bakkooti walqqunnamti hawasa dagagssanii fedhi jiratota guutan ni jiratu. Kun ka dabalu: • Bakkan banana maneen dura jiran, daanddi irra riqicha ni uumu, ollaan adda adda yero oddo qotatan fi tata’an akka walqqunnaman ni danddeesisa. • Bakkan ijarssa ka keessuma itti simatan, ollan adda adda akka walgahan ni jajjabeesu, gara illivetera yero gahan balaan akka indhaqqabnne ni garggaaru. • Bakkan qoddataman ka ijarssa keessa jiran, bakka itti taphatan fi bakka itti walgahan ni uuma; jiratoti ilalcha alaa akka arggatan ni godha, yo dandda’ame bakka ala ka qoodachu dandda’n uumuu. • Koriderotii ka akka maneenii fakkefamuun ni ijaramu; ka akka dhaboota oso intahin. • Bakkaan meesha gugudda itti kuusan, ka fooqi hundduma irra jiruu, waan akka bishkiletatiif ka kana fakkatan itti tuuluun ni dandda’ama. • Bakkan xara irra jiru, oddo tahu ni dandda’a; jirattoni alat maasa magala keessa akka qabatan carra ni keenna. Fuula 8 ALDER STREET E UE EN AV U EN AV SPRUCE STREET 8TH AVENUE YESLER WAY 14TH AVENUE 12TH AVENUE YESLER WAY YESLER COMMUNITY CENTER POCKET PARK BAILEY GATZERT ELEMENTARY SCHOOL WASHINGTON STREET NU E AV E 10TH AVE. N RE Parkkota Yesler Terrace ilalchise akeeka afurit jira: BO NEIGHBORHOOD CENTRAL PARK FIR STREET STEAM PLANT ENUE 10TH AV Hawasi Yesler Terrace haaran kun bakka bana hawasa ykn gami isa dhuunffatame acres 15.9 ni qaba. Paarkoti hawasa hawasi akka fayya tahuuf sochohu garggaruuf waan ijo tokko. Acre 6.4 paarkki yiddu galeessaa ka walakka gandda keessat arggamu ni kaahama. Parkkiin didiqqoon sadii gandda keessa, bakka sochiin namoota itti baayatuut ni arggamu. FIR STREET 11TH AVE. E NU POCKET PARK HORIUCHI PARK (EXISTING) POCKET PARK 10TH AVE. E AV RS DE ET E TR BROADWAY HARBORVIEW MEDICAL CENTER AL 10TH AVE. N RE BO H 9T H 8T Paarkkota fi bakka bana MAINSTREET JACKSON STREET Adaba magala ka adda tahe calaqqisu. • Bakka dadammaqe ka jirenya tolu ka daanddin magarssisan, parkkii fi bakkan banana dhuunffa itti walxaxan uumuu • Adaba Yesler Terrace ka uuman jiru calaqqisu – ilalcha, ibsa aduu, tabba lafa, mukkeen fi walqqunnamtii seena fi hawasa yiddu jiru Hawasa fayya tahe ijaru. Jiratota hundduma tajajilu. • Fedhi jiratota fi doohatota ka umrii, aada, gali fi danddeeti adda adda tahe guutuu • Toohanna fi ittisa badi ka umaan arggamu hammachuun, bakka bala irra ittifame uumuu Magarssiisa magala keessa dagagssu. • Walqquunnamti hawasa dagagssu; bakka bana sochi qabu ka nama afeeruu wagga guutuut ummun. • Lola toohachu irrat caasa magarssisa uumuu, haala qileenssa toohachu, gaarumma qileenssa fooyyessu fi bakka jirenya bineenssota • Miilan deemu fi sochi fayya tahe ka ala jiru jajjabessu; walqquunamti bala irra ittifame umuu fi bakka aadda adda ka faydda maka tahe qabu uumuun • Caasa magarssisa, ikolojjiif odddo magala keessat nama dhiheessun, dachi bala irra ittisuf nama kakasu Fuula 9 ALDER STREET N RE UE EN AV 14TH AVENUE 12TH AVENUE 11TH AVE. FIR STREET RETAIL USES STEAM PLANT 10TH AVE. YESLER WAY 8TH AVENUE FIR STREET BROADWAY UE EN AV RS 10TH AVE. BO E NU VE HA 9T H 8T ET E TR DE AL Bakka dukka ka Gandda Keessa SPRUCE STREET HARBORVIEW MEDICAL CENTER RETAIL USES YESLER WAY YESLER COMMUNITY CENTER BAILEY GATZERT ELEMENTARY SCHOOL WASHINGTON STREET BO RE N VENU 10TH A E NU E AV E Guddinni Yesler Terrace kun bakka dukka addda adda square feet 88,000 tahe ni qabata. Dukkaaleen kun, jiratota fi hawasa gandda keessa tajajiluuf yaadaman. Maneen nyata, suuqiin buna fi bakkan tajajila keennan yiddu galeessi, hawasa ni dadammqassu, namoota miilan dhufan ni baayyisu, jirenya daanddi irra bala irra ittisuufni garggaaru. 10TH AVE. MAINSTREET Buufati Babura daandi irra ka First Hill, walakka hawasa keessa jira. Kun dukkale dalddala ka yaadaman cina ni jirata. Dukkaan dalddala ka hayyamame square feet 25,000 incaalu. JACKSON STREET ALDER STREET N VE HA RE 10TH AVE. BO 9T E AV E NU NU E 14TH AVENUE 12TH AVENUE FIR STREET 10TH AVE. STEAM PLANT YESLER WAY YESLER COMMUNITY CENTER BAILEY GATZERT ELEMENTARY SCHOOL WASHINGTON STREET BO N RE Tajajila gandda keessaa Tajajili hawasa cima tahe Yesler Terrace haara keessat ni kennama. Bakkan (square feet 65,000) tajajila kana ni deeggara. Kun ijarssa faaydda adda adda qabu ka sayiti keessa jiru keessat ni ta’a. Karori Guddina kun Fuula 17 tajajila adda ada ka caasa hawasa cimssan tarttiiban kaahe jira. E NU E AV E VENU 10TH A 10TH AVE. YESLER WAY FIR STREET 11TH AVE. HUMAN SERVICES 8TH AVENUE E NU VE HA 8T RS DE AL ET E TR BROADWAY SPRUCE STREET HARBORVIEW MEDICAL CENTER MAINSTREET JACKSON STREET Fuula 10 ALDER STREET UE EN AV E 14TH AVENUE 12TH AVENUE 11TH AVE. FIR STREET 10TH AVE. STEAM PLANT YESLER WAY YESLER COMMUNITY CENTER BAILEY GATZERT ELEMENTARY SCHOOL WASHINGTON STREET RE BO N Guddini Yesler Terrace kun bakka wajjira square feet 900,000 ni dabala. Kun fooqi dhdhera lama keessat nit taha jenne yaanna. Bakkan gaari tahe sayiti kana gara kaaba dhiha aduut, kun hospitala Harborview fi ijarssota dhdhero cina ni taha. Dheerinni ijarssa feet 300 irrat daanggeffame jira. UE EN AV NUE VE 10TH A 10TH AVE. E YESLER WAY BROADWAY U EN AV FIR STREET 8TH AVENUE H 8T T E RE T RS DE Waajjira SPRUCE STREET HARBORVIEW MEDICAL CENTER AL 10TH AVE. N RE BO NU VE HA 9T OFFICE, MEDICAL SERVICES, LODGING USES MAINSTREET JACKSON STREET Waan dhabota guguddo medikala fi barumssat dhihatuuf, fayydoti bakka hawasa kana faydda wajjira medikala fi fayya addunyatii. Bakka jirenya dhabota fayya gandda keessatiin wajjiin xaxaman, fakenyaf bakka maatii dhukkubddotalee tahu dandd’u yaanne jirra. Fuula 11 ALDER STREET E AV E NU VE HA NU E 14TH AVENUE STEAM PLANT YESLER WAY YIDDU GALEESSA HAWASA YESLER E NU E AV VENU 10TH A 10TH AVE. E DAANDI GANDDA KEESSA ITTIIN MARANIIN(NEIGHBORHOOD CIRCULATION LOOP) BAILEY GATZERT ELEMENTARY SCHOOL DAANDDI 10TH AVE DAANDI DURA TAHA WAJJIIN WALQQUNNAMSISU WASHINGTON STREET N RE BO DAANDI NAMOONNI MIILAN IRRA DEEMAN KA WALAKKA BILOOKI IRRA JIRU Daanddiin miila irra deeman ka saayiti keessa jiru, doohattooti Harborview akka bakka parkkotatiif dukkaale gandda keessa akka doohatan ni jajjabbeesa. Daandin miila irra deeman kun, jiratoti yiddu galeesa dalaga fi tajajilaatin akka walqquunnaman ni godha. Darajaan miilan irra deeman ka daanddi 10th Ave S irra jiru namoni akka Little Saigon deeman ni salphisaaf. FIR STREET 10TH AVE. 8TH AVENUE YESLER WAY QAXXAA MURA DAANDDII FOOYYESSU 12TH AVENUE R ST AL BROADWAY E NU VE HA 8T R DE T EE 11TH AVE. SPRUCE STREET HARBORVIEW MEDICAL CENTER FIR STREET Guddinii kun Yesler Terrace gandda mogga jiran wajjiin deebise walqqunamsisa; walqunamti kanan dura injjire ni uuma. Daanddiin magarssiisan ka daandi miila irra deeman babaldha qabu, namooni akka miilan deeman ni haffeera. 10TH AVE. N RE BO 9T Namoota miilan deeman walqqunamsisu MAINSTREET NAMOOTA MIILAN DEEEMAN DAANDDI JACKSON WAJJIIN WALQQUNNAMSISU JACKSON STREET Qabxiileen ijo tahan lama ka quunnamtii namoota miilan deemani fooyyessan lamaan: Daanddileen Yesler Way fi Broadway, daandi dura taahumma qaban: • • Daandiin Yesler Way daanddi hawasa ka dura tahumma qaban: »» Daandiin Yesler akka namoota miilan deemanii tolu »» Walquunamti baha adu/dhiha aduu fooyyessu Daandiin Broadway akka namoota miilan deemani toluun, baabura daanddi irra ka First Hill, ka qaxxamura Yesler Way/ Broadway irra jiruun akka namoota quunnamsisu. Quunamtii Ganddoota Uumu: • Daandilen magarsisoon ka gandda keessa jiran, ganda baldha walquunnamsiisa • Daanddi 9th Ave, yiddu galeessa ganddatiin walqqunamsisuun, walqqunnamtii Harboview wajjiin jiru cimssu • Darajaan miilan irra deman kan daanddi 10th Ave S irra jiru, walqquunnamti Little Sigon wajjiin jiru ni fooyyessa Fuula 12 Gama gaman guddina adeemsisu (phasing) xiinxxalu 72 KUTAALEE 3.0 ACRES 95 KUTAALEE 3.9 ACRES Yesler guutuman guutut ijaaruuf wagga 10-20 ni fudhata. Waani baayyeen guddinna gandda ka gama gaman addemsifamu kana waan tuquuf, xiinxxaluun ni barbbaachisa. Kun ka dabalu: 64 KUTAALEE 2.0 ACRES 40 KUTAALEE 1.8 ACRES 45 KUTAALEE 1.4 ACRES 42 KUTAALEE 1.4 ACRES 103 KUTAALEE 4.9 ACRES Caasa Daanddi hara, tuubboo huura dhanggalah(sewers), sirira eletrikii fi paarokkota jaaruuf baasin barbbachisu, gama tokko keessa blookiin meeqqa akka jirachu dandda’u ni murtteessa. Guddina “Gatiin itti aada’u” (“Value added”) Gami guddina ka yero jalqabaa, gama fula dhufu irrat bu’a ni dabala. Bakkan guddinni itti jala abu, fi gaarummaan dizayina inni agarssiisu, gandda Yesler Terrace hara ka dhufu kana keessan waan eegamu ni murtteessa. 100 KUTAALEE 6.3 ACRES Baayyina kutale mana fi baldhinna blokii XXX UNITS TOTAL UNITS REQUIRED TO BE DEMOLISHED TO CONSTRUCT THE FULL BLOCK X,X ACRES ACREAGE OF THE BLOCK Miidha jiratota irrat dhuf diqqeessuu Maneen bakka buusaman, adeemssa ijarssa kana jalqaba irrat ijarramu; kun godana ni salphisa; namooni akka gutuman guutut bakka birat ingodannee ni garggaara. TUUBBO BISHAANII DURA TA’A TA’E TUBBO XURI DHANGALA’A KA WALITI QABAA, HAARAA IJARSSA BISHAN LOOLA TOOHATANIIN Caasa tajajila adda adda Fuula 13 Godaanuuf debi’uuf mirgga qabddan Bulchinssi Maneen Seattle, yero guddina kana akka jiruun jiratota injjeeqamnne diqqeessuuf waada ni gala. Namooni oso inggodaanne yero baati 18 akka arggatan ni goona. Maaatiin Yesler Terrace hundduma akka hawasa haara kanat deebi’uf mirgga qaban itti himame jira; yo kontoraata kira(lease) kabaju itti fufan. Waadan nu jiratota gallu Bulchiinssi Maneen Seattle maati hundduma wajjiinwaliin hojjachuun, goddanna ilalchise waan hundduma ni toohta. Maliin godanna ka asi gad jiru kana fakkaata: Dhaaboti dalddala ka eydu ijolle ka amma jiran mala isan itti fufaniin dhahu; Mala walquunnamaniin ka adda qopheessuu: • • • • • Godanna karoruuf walgahii hawasa baldha adeemsisu Nama took tokkon gorssa kennuufi ykn marihachu Godanssa ilalchise fedhi jiratota baruuf qoranno adeemsisu Web sayiti odeeffanno haara haara dhihessu qopheessu. Gaazexaa The Voice, ka jiratoota irrat baruule basu Kuta maneeni ka amma jiran 561 bakka ni buufnnasaayiti keessat ykn gandda itti dhihatuut- ka haara, fayya, ka dhihaatuuf ka sirrii tahe; Jiratoti Yesler Terrace ka jalqaba guddina irrat Yesler keessa jiracha turan (ka kontorata kira mana(lease) ka bajan) deebi’u ni dandda’u; Yero gudina Yesler Terrace kana jiratota asi keessa jiracha turanii, garggarssa isan godananileen ni kenninaf. Filanna ilalchise barumssa kennu: • • • • Maneen Mootumma Ka Bulchiinssa Maneen Seattliin dhuunffaman ka birot godhanu Vawucheerii namoota mana kireeffatani(Section 8) tiin fayyadamu, yo jiraate. Hangga baati 42, jijjirama kira mana ka jiruu, garggarssa arggachu Qarshi kuusani yero tokkot jiratoota kennuun, waan fedhan irra akka oolchan godhu Fuula 14 Karora hawasa hirmmaachisuu Guddinni Yesler Terrace kun carra hirmmanna hawasaa kennu itti fufa. Kora Qoranno Ummata(CRC) dhaabuun, kana irra sadarkka isa jalqabat. Kun jiratotaf gare dhimmi ilalu kabiro waliti fiduun, karora fula dura Yesler Terrace tume. Hawasa hara ijaruun, hirmanna hawasatii carra guda ka biro dhiheesse jhira. Jiratotaa fi hojjatooni gali diqqa arggatan ka biro dalaga adda addatii leenjjirafmuun gandda haara kana jaaruuf ni garggaaru. Hawasa haara kana bulchulleen carra hirmmanna ka biro ni dhiheessa. Kun waldda ganddota irra kaasa parkkota fi toohanna bakka banaa ni dabala. Hirmmanna karora hawasa: • • Koreen qoranno ummata umri projektii kana keessat itti fufa Jiratoti Yesler Terrace gara CRC tiin, warkshoophii jiratota, qoranno adda adda fi baruule gara Caffe Hawasa Yesler Terrace dhihatanii gulan hirmmachu itti fufu Carra ijaaruu: • • • Sagantta Hojjataaan Gali Diqqa (Kuta 3) Leenjjisuu fi Qaxaru Bakkoota dalddala gali diqqa, nadheni fi saboota bicuutiin fayyadamuuf karoru Leenjjii dalaga (Apprenticeship), dubbartii fi karoora saabota bicu qaxaruu Caasa Bulchiinssa Hawasa: • • Dhaaboti Hawasa, jiratoota gali adda adda qaban walit fiduun, dhimmoota jiru ilalchise yaada qoodachuun, raaji ganddaa ni uumuu Bulchiinssa Parki fi bakka bana Fuula 15 Miidha Projekii Irraa Dhufu Diqqeessu Ebla(April) 14, 2011irrat Bulchinssi Manneen Seattle Miidha inni Nanno irrat fidu dandda’u qorachu ka dhuma(EIS) ka guddina Yesler Terrace xummure ture. EIS dhuma kun, Yesler Terrace keessat bakka diqqa irrat maneen bayye umuun(density) miidhan inni fidu qorate, kana hiikuuf tarkkaanffi fudhataman addan baase kahe ture. Miidhan kun Yesler Terrace haara kana ijaaru irra dhufu ni dandda’a. Miidhan sadarkka guddiina ka dhufu irra kahu ni dandda’a. Karora guddina kana fudhachuun, Bulchinssi Maneen Seattle, waan miidha kana diqqeessan aaddan baase jira. Tartiibi qabxxiilee miidha ittisanii kuni web sayiti Bulchinssa Maneen Seattle ka asi gad jiru kana irrat ni arggama: www.seattlehousing.org. Miidhaan Ittifamu barbbachisan fakeenyaaf: • • • • • • Iyyanssa/dhukkee ijarssa Kunna Mukkeeni Dheerinna fi guddinna ijarssota Konkkolatota Anggasu ijarssota irra dhufu Goddanssa jiratota Fuula 16 Caasa Hawasumma Caasa Hawasumma jechuun, akeeka dhunffa fi walqqunnamtii hawasa kaayyoon gahuuf jecha, gara qabeenya dhihaachuuf filanna godhoma, hundde deeggaraniif cimssan. Bulchiinssi Maneeen Seattle dhaaba gorssa kennu ka Building Changes jedhamu wajjiin tahuun, saganttale fi tajajiloota ijjo tahan ka gaarumma jiru fi carra jiratotota Yesler Terrace haara, addaan baase kaase jira. Kun ka dabalu: Tajajila babaldha ka carra diinagdde uuman fi tajajila garggaaran ka kana fakkaatan. Fakkeenyaf: laboratory komputera, qabeenya ijaaruu fi tajajia barumssa qussanna qarshii, barumssa dalaga fi tajajila bakka daldala didiqqa dagagssuun garggaaran. Barumssa fi dalaga bakkaan gahuuf tajajila barbbachisan ka ijolle fi maangguddo garggaran oso addaan inkkutin itti fufu. Kun ka dabala; barumssa da’imani, carra garggarssa barumssa(tutoring) ka ijolle, shamarrani/darggaggo fi carra namoota guguddo garggaaran. Kun ka dabalu: barumssa koolleejji ka sadarkka jalqbaba, ykn ka koolleejji qopheessan ka waraqa ragga fi/ykn digrii akka arggatan nama gargaaran. Kaneen hogumma baayye barbbaadaman, keessatu ka akka eeggumssa fayya tahu qaban. Saganttalee shamarrani/darggaggo irat xiyyeffatan ka barumssa dagagssan. Bakka bala irra ittifame irrat, wa’a umuuf fi barachu ka dagagssan. Tajajila hawasa fi fayya ka yiddu galeessan qindda’anii shirkkumma adda addaatin dalaga irra oolfaman, ka yero yeroon qoratamuun, gaarumman isanii fooyyessamu. Sochi ijarssa hawasa ka jirattotaan hogganaman. Fakkeenyaf: gare adda adda ka walit dhihatan(affinity groups), caffee, koree qinddeessitu, jila adda adda ka gandda keessa, tajajilaa fi sanggnta adda adda. Fuula 17 Caasa Yero Dheeraaf turu Guddinni Yesler Terrace kun, sirrnna dachii gaari ka qaroo tahan babaldha uumuuf carra ni kenna. Kun gandda baldha, aanaafi blooki baayye keessat nit aha. Bulchiinssi Maneen Seattle, abba qabeenyaati, kanaf malii rakkoon hiikan kun gaari tahu isanii qorachu ni dandda’a; lafa diqqa tokko darbbe. Qabxiileen asi gad jiran guddina kana keessa ni galffamu. Xaara Magarssiisa: bakka bana dabalama ummu, carra maasa magala keessa kennu fi maneen qabbaneesuuf hummana barbbaachisu qusu. Boola lolan keessa yaa’u ka uuman arggamu: caasaan bishan loola, ka sirriit yaa’u fi mala gaarumma bishani ittin toohata ka biishan baayye tahe hoomishu. Mukkeen bala irra ittisu: mukkeen bala irra ittisu fi mukeen haara dhaabu irrat xiyyeeffachuun, bishaan lola toohachuuf ni garggara, iyyanssa ni diqqeessa, qillenssa ni qulqqulleessa, miidha aara Carbon ni diqqesa; owwa magala keesa ni ittisa. Maasa Magala Keesa: oddoon P-Patch hawasa fi oddoon xaara mana irra jiru, hawasi akka midhaan hoomishan ni garggaara. Dizzayini Ijaarssa: Dizzayiniin ijjarssa, qussanna ire fi bishani wajjiin walit qiindda’uun, waan seera ala yaa’u qusu ni dandda’a; haala qilleenssa ka mana keessa jirule fooyyessu ni dandd’a. Geejjiba: baabura daanddi irra ka First Hill, ka walakka Yesler Terrace keesa adeemu dabale, guddini kun foyyessu namoota miilan deemani fi bishkileetii bayye dabala. Kun dhiheenna saayiti ni fooyyesa. Kun jiratota fi doohattooti mala adda addatiin akka oli gad deeman filanna ni kenna. Mukkeen nanno keessat dhalatan: oddo yero ijaran mukkeen nanno keessat dhalataniif fayyadamuun bishaan qusachuun ni dandda’ama. Bulchinssi Maneen Seattle, Magala Seattleiin deeggaramuun, gabasa a Sustainable District Study jedhamu Arffaasa(Dec.) 2010 irrat maxxanse ture. Kun guddina Yesler Terrace keessat, caasa fi sirnna yero dheeraf turu umuuf waan barbbachisan qorate ture. Qorannoon kun sirnnooti asi gad jiran qoranno dabalame ni barbbadu jechuun kaahe ture. Sirnna Oowwa Ka Aaana. Sayiti kana keessat burqqan hirre ka irra deebi’an fayyadamu dandda’n, eletriki, waan bakkan owwisan fi qabbaneessan, ilalchise fedhi ire ka projekti kana ni guuta. Yo diqqate sirrnn kun baasi irra ka waggat harkka 25 ni diqqessa. Aara magarssisa tahan ka bahanille diqqeesu ni dandda’a. Sirrnna Bisha irra deebi’ani fayyadamuunii. Fedhi bishan dhugati diqqeessu fi toohanna bishaanii ka sayiti keessa jiruun xuri dhanggalaha diqqeessuun; bishan dhugaatiin intaane akka qulqquleessuf mukkeen obasu dandda’amu ni godha. Fuula 18 Shirkkumma fanddii Maneen gatii diqqa ka nammonni kafalu dandda’an Caasa Guddinni Yesler Terrace kun kaayyon mootumma magala fi naanno akka bakka gahu carra ni kenna. Kun ka dabalu: • • • • • Guddina qaro tahe – jirattota fi dalaga bakka sirri taheet dbalu Ganddoti Akka Yero Dheeraf Turan Godhu – afuura carbon fi faana ekkolojjii ka Yesler uumuu diqqeessu Investimenti caasa geejjiba ummata babaldhisu “Daanddile Xummuraman” fi gandda keessat miilan irra deemu dandda’an uumuu Maneen hojjatoota gali diqqaati tahu dabalu Kaayyo kana bakkan gahuun, Bulchiinssa Maneen Seattle fi gare biro yiddu shirkkumman akka jiraatu gaafata. Bulchinssi maneen Seattle sagantta Choice Neighborhoods Initiative ka mootumma federal irra qarshi $28 arggachuuf iyyanno galffate jira. Biyyolleessa keessa iyyanno kana maneen galffatanii gara adeemssaa marii lammaffat darbban ja’a keessa Bulchiinssi maneen seattle isa tokko. Qarshiii kana arggachuuf baachuun isan Birra(Sept.) 2011 irrat ni ibssama. Tarkkaanffi itti aanan: Yesler Terrace akka Hawasa Karoora Baldha Qabuut ramadame jira. Kun immu karoori guddinna kun yero dhumaatiif hayyamameera jechu mit. Oso guddinni Yesler Terrace kun fula dura inddeemnne, Caffeen Magala Seattle seera adda adda filannoon fudhachu qba: 1. Koodi Faydda Lafaa Jijjiiruu Kun ka dabalu kaartta fi baruule teesso fi baldhinna guddina Yesler kessat yaadame. 2. MIbssa waliigaltee (Memorandum of Understanding) Kun shirkkumma fanddi, ulagalee guddina dabalamo fi daangga vestii addaan baasuun ni kaa’a. Qarshi Lafa Gurggurame Arggamu Liqee Moorggeejjii Bu’ura(Equity) Qaraxxa nama deebi’u irra arddamu Ka Federala Magala Seattle Tajajila Hawasa Dhaabota Dhuunffa ka garggarssa kennan Baasi ni jira jedhame yadamuuf burqqa fanddiin irra arggamu (miliyoonaan) 3. Seera Tarkkanffi Karorffame Calaqqisu Kun tarkkanffi yaadame ni hiika, qoranno EIS irra kahuun tarkkanffi yaadame kana irra miidha dhufu mala ittisaniin ni ibssa. Sadarkka dizzayini ka nanno guddina keessa fi ganddota mogga jiran keessa, walfakenyi akka dagagu godhulle ni dabala. Eggi caffeen hayyamee boda, Bulchinssi Maeen Seattle gare karora baldha baasu fi/ykn shirkki bu’ura fanddi(equity fund) ka Karora Guddina Yesler Terrace kana dalaga irra oolchu addan ni baasa Shirkkoota kana addaan baasuuf adeemsi barbbachisu dhuma 2011 irrat ni jal qaba. Waligalteen Shirkkkumma 2012 walakka waggaa lammaffa irrat ni tumama. Bulchinssi Maneen Seattle carran kun, nanno keennaf biyyollessa irra gare fedhi qaban ni harkkisa jedhame yaadama. Fuula 19 Odeeffanno dabalama arggachuuf adara nama kana quunnama: Anne Fiske Zuniga Senior Development Manager, Yesler Terrace Seattle Housing Authority (206) 615-3480 [email protected] www.seattlehousing.org Bulchinssa Maneen Seattliin Fudhatama arggate jira. Boorddi Komishineroota Caamssa(May) 17, 2011 irrat
Similar documents
Hikkaaf Seeraa qajelffamaniin(Definitions and Guiding Principles)
Akeekota Qajeelchani deemsa karooraa yeroo waggaa-tokkoo oli fudhateen baase. Ibsooni fi akeekoon qajeelchan kun gaafilee waliira hin cinne yeroo baa’e CRC, jiraattota, fi kamuuniti baldhaa itti ka...
More information