Hikkaaf Seeraa qajelffamaniin(Definitions and Guiding Principles)
Transcription
Hikkaaf Seeraa qajelffamaniin(Definitions and Guiding Principles)
Hikkaaf Seeraa qajelffamaniin(Definitions and Guiding Principles) © Inye Wokoma Gara Raajii ummata hojjachu Kore qoranno Ummatta ka guddinna Yesler Terrace • Sadaasa(November) 2007 Wanni as kessa jiru Kore qoranno Ummatta . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . Hikkaaf Seeraa qajelffamaniin (Definitions and Guiding Principles) . . . . . . . . . . . . . Gabaasaa Saboota bicu(diqa) . . . . . . . . . . . . . . . . . . Fakki namii kaasee Inye Wokoma – Ijo Arts Media Group www.ijoarts.com • 206-325-1159 2 4 14 Xalaya bana. . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . 19 Tarkkanfi iti aanu . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . 20 Translated versions available at Yesler Terrace Management Office, Job Connection and Community Center.˚ ˚ Translated versions available at Yesler Terrace Management Office, Job Connection Translated versions available at Yesler Terrace Management Office, Job Connection and Community Center. Translated versions available at Yesler Terrace Management Office, Job Connection and Community Center.㞞⌊㍲Ṗ 㡞㔂⩂ 䎢⧒㓺 ὖⰂ㌂ⶊ㏢, 㰗㠛 䄺⍻㎮ 䄺ⷺ┞䕆 ⻞㡃♲ ㎒䎆㠦 㭖゚♮㠊 㧞㔋┞┺. Translated versions available atyYesler Terrace Connection Community manp† l'CUnkarbkE®bPasaenAkari al‡ycat' EcgtMbn'Management Yesler nigmnÊOffice, IrbJÇab'Job kargarni gshKmn—and(Yesler Terrace Center. Management, Job Connection and Community Center). Garggalchi dabalaman unkka kanaa Yiddu Galessa Hawassa Yeslerit ni arggama. Ibssa emelii yo arggachu feettan www.seattlehousing.org deemun galmahu ni danddettu Judith Kilgore Hogana Projektii (206) 615-3480 [email protected] Brett Houghton Jaaraa Hawaasaa(Community Builder) (206) 343-7484 [email protected] Oromo Translated versions available at Yesler Terrace Management Office, Job Connection and Community yziÅ üìguä byñlì tcrñ yçë EñkiŒ‹ Ô/baü ≤ b¤Jú πna∏™≠¨ bâÅbrtsú â¿kÑ ÷gØÑ. Center. ٻױϘՠ܂ᜤᢀፖषխ֨ϙ(Job Connection and Community Center) ऱ Yesler Terrace ጥ ᙄֆ࠷ٺጟठءΖ Translated versions available at Yesler Terrace Management Office, Job Connection and Community Boordii Komishinerootaa Ka Bulchinssa Maneen Seattlii, jirattotaaf miseenssa Hawaasa Dhimmi Ilalu, Akka Bulcha Magaala keessanii ka duriit, jabeenyaf bayyinna gosa Yesler Terrace bayye na aja’ibsisa. Yesler Terrace hawassa Seattle kessat bakkan inni qabu na aja’aibsisa. Akka keessan, karora guddina Yesler Terrace dhagennan, dhugguma(integrity) fii waltidhufinssa akkamit tursu dandenna wanni jedhu baayye na yaachise. Yesler Terrace guddachuun adaba isa adda tolchu ni dhaba? Wagga darbbe kana haggana Kore qoranno Ummatta(CRC) tahun deebi hawaasaaf korren rakko jiru kennu arggun baayee boone. Koreen qoranno Ummatta(CRC) akka tajajila gaarii tahan ka fedhi hawasa wagga 70 dhufu gutu danda’an akka barbbadu, Boordii Komishinerootaa Ka Bulchinssa Maneen Seattlii irra taytta arggate jira. Akka koreen kun beekut, karora kana bakkan gahuuf hundee cima jaaru barbbachisa , adaba olla addan bekkani bekkun fula duraf tursuf. Jalqabuuf, hawwi hwaasatiif wan hawasii gati guda iti kenne barre, gaatii irrat waligalan irra dhaqqabnne. Walgahiin fula dura hirmmanna fii marii carra ikkonomi, hawaasaa ilmo nama, eegumsa dachii(Enrvirnmental Stewardship, fii manneen digaman bakka buusu ilale. Mariileen kun gaatii hawaasaa irra kahuun, gara Hikkaaf Seeraa qajelffamaniin(Definitions and Guiding Principles) guddina nu qajeelcha. Yero adeemssa kana hawaasii rakko deeffachuun, yaada karoora keennun, yaada dhiheessun, akka Guddinni Yesler Terrace dagagu baayye nu garggaare. Yero walgahi CRC ka ummata kana adda addummaf, bayyinii yaada dhihatee bayye na dinqqisisa. Barbachisumma Yesler Terrace haa beku male, yada jirattoti dhihessan dhagahuf hirmmanna isaani arggun, bonnummaf durumma olla gosa bayye qabu kana caalat bare jira. Akka misenssa Kore qoranno Ummatta(CRC) tokkot gorssa koreen kun guddina Yesler Terrace ilalchise kenne dhiheesuun kiyya bayye ba gammachisa. Raajin isaanii kun gara jijjirama qabattamat darbuun Yesler Terrace iffa, fayyaf ka walquunnamtti qabu yeroo ummu argguuf jarjare jira. Center. Garggarlchi unkka kana ka afan keessaniin katabame Wajjira Bulchinssa Yesler Terrace, Wajjira warra Dalagaan nama qunnamsiisu (Job Connection) fii Yidugaleessa Hawaasaat ni arggama. Dhugumaan, Waxaad ka helaysaa iyagoo la tarjumay Xafiiska Maamulka Yesler Terrace, Xarunta Bulshada iyo Xiriirka Shaqooyinka. Norman B. Rice Bulchaa Magaalaa Seattle, 1989 – 1997 Dura taha, Koree Qoranno Ummata Yesler Terrace Translated versions available at Yesler Terrace Management Office, Job Connection Office, and Community Translated versions available at Yesler Terrace Management Job Center. Connection and Community Center. Hay versiones traducidas disponibles en la Oficina de Administración de Yesler Terrace, en Job Connection y el Centro Comunitario. ƜĽĽĂLJî ĚƱèł ŬIJ ŜƬ ĽĊÝĂ ĽĀĊ ŜƬ òòêƱĂ ıł-ǶêȀł, ŜƬ ĊĀèł íĀŽį ðêĭĂ-ŷò ðEŽŞ Ʈâƌł ƭòȔ Coù caùc baûn ñaõ ñöôïc phieân dòch taïi Vaên Phoøng Quaûn Lyù Khu Yesler Terrace, Job Connection (Cô Quan Giuùp Tìm Vieäc Laøm) vaø Trung Taâm Coäng Ñoàng. Kore qoranno Ummatta Gara Raajii ummata hojjachu Yesler Terrace guddate jaaruun gorrssa fii garggarsssa jirattota ollatiif miseenssota hawwaasa akka barbbadu waan beekkuf, Boordiin Komishinerootaa Ka Bulchinssa Maneen Seattlii Kore qoranno Ummatta dhaabe jira. Fedhi hawaasaa hamatiif ful dura guutuf qajeelchii CRC guddinna Yesler Terrace bayye barbbachisa tahu isa komishinerootii murtensasnii jiru. Gorssa Bulchaa Magaalaa Seattle ka durii wajjiin tahun Komishinerootii Bulchinssa Maneen Seattlii miseenssa koree 18 filatanii jiru. Fuldura Yesler Terrace qajelcha kennuuf jeecha, Baatii Onkkololessa(October) 2006 irra kaasee Koreen Qoranno Hawasa(CRC) , yero kidhan walgahe jira. Akeekii kore kana ka jalqaba, Karooraa Yesler Terrace baasuu. Yesler Terrace kun ka fedhi ummatta tajajilu, rakko maneen gatii diqqaa hiiku, ka horii argamun hojjatamu dandahu(financially feasible), fi gandda baldhaa tajajilaaf garggassa kennu dandahu. Norman Riceiin hoogganamun koreen kun gaatii hawaasaa baruun , hunde cima huumu. Guddina kanaaf hikkaaf Seeraa qajelffamaniin(Definitions and Guiding Principles) uumuuf qorachu. CRCiin yaada karoraa rajji Yesler Terrace garggaru ni tuma. Addemssa karora kana ilalchise hirmmanaf herega hawassa bayye jajjabeesina. Warra dhimmi kun ilalu hunduma hirmmachisuf jecha, CRCiin tajajila turjumana ni kenna, barulee afaan adda adda bayye Yesler Terrace keesat dubbatamiin qophesse jira. Sochi adda addaa, quubeen oso intahin, fakkin tolfaman qopheessun, hirmaattotii afaan gargara dubbatan akka walqunaman carra kenne jira. Yesler Terrace fula duraaf guddifnu mall akka akkatu murteessuf hirmmanna akka godhu dandda’an marri qopheesine jirra. Mariin kun walgahii CRC irrat duwwa oso intahin walgahi yerro adda adda tolfamu irrat. Walgahiin CRC akka jirattotaaf warra dhimi ilalu irra yaada funanu godhame qinda’e. Hawaasan waliin tahuun Birra 2007 CRCiin hikkaaf Seeraa qajelffamaniin(Definitions and Guiding Principles) xummure jira: Dhimma Bu’a hawaasaa (social equity), carra dagagina ikonomii, eegumsa dachii(Enrvirnmental Stewardship), dagaginna yero dheeraa(sustainability), fii bakka busu mannen diigamanii ilala. Miseenssota CRC Norman Rice, Durataha Daniel J. Evans Mana Barumssa Poolisii Hawaasaa Elise Chayet Yiddu Galeessa Fayya Harborview Herold Eby Jiraataa Yesler Terrace (bakka buha) John Fox Dhabba Buqqa’inna Seattle(Seattle Displacement Coalition) Abdisamad Jama Jiraataa Yesler Terrace James Kelly Ligii Magaalotta Seattle(Urban League of Metropolitan Seattle) Timothy Leary Universiti Seattle M. Michelle Mattox Komishinii Karooraa Seattle Mary McCumber Dhaabaa Futurewise Walgahii CRC kana irrat Hirmmattoni hawaasaa gare didiqqo tahuun feedhiif waan isan yaachisu , diheessani jiru. Quang Nguyen Dhabaa Dagaaginna ikonomii ka warra Vietnam Ameerikka Kristin O’Donnell Caffee Hawaasaa Yesler Terrace Father Hoang Phuong Bataskkana Katolikii ka warra Vietnam Adrienne Quinn Wajjirra Maneenii Ka magalaa Seattle Michael Ramos Caffee Bataskkan Ka Nanno Seattle Sue Sherbrooke Dhaba Shmmarran Kiristtanaa(YWCA) George Staggers Bu’ura sochi CRC ka fedhi hawaasaa tartiban muldhise. Dhaba Dagagina nanno Yiddu Galeessa(Central Area Development Association) Sue Taoka Taytta Tursuuf Dagaaginna ka Aaanna addunya Chinatown Seattle (Seattle Chinatown International District Preservation and Development Authority) Donya Williamson Caffee Hawaasaa Squire Park Norma Zavala Mana Barumssa Sadarkka Tokkofa Bailey Gatzert 2 Gara Raajii ummata hojjachu Jechaaf Seera itiin qajelffamnu ka Yesler Terrace 3 Ibsoota fi Akeekota Yesler Terrace Qajeelchan Ibsoota fi Akeekota Qajeelchan Yesler Terrace Citizen Review Committee (koreen Qorannoo Lammii Yesler Terrace) gurmuu ibsootaa fi Akeekota Qajeelchani deemsa karooraa yeroo waggaa-tokkoo oli fudhateen baase. Ibsooni fi akeekoon qajeelchan kun gaafilee waliira hin cinne yeroo baa’e CRC, jiraattota, fi kamuuniti baldhaa itti ka’anif deebii laatu; odeffannoo waa’e gati komuunitii, kamuuniitiin tajajiiloota biraa kam akka barbaadu,fi maali akka argachu barbaadan karaa bu’aa hawaasaa, carraa dinagdee, egumsa naannoo, fi itti fufa mana tokkotokkoon bakka buusu sassaabuf. Koreen tattafiin mari’atee,kamuunitii waliin irra ga’era; akkamiin deebiile sana gaafileef akka hiikan, waan ifaa fi qabatamaa ta’en SHAf; waa’e irradeebii guddina Yesler Terrace. Tokko tokkoon waliga’i qorannoo fi madala CRC, jiraattotaa, fi hojjeetotaa irra qaba, akka eggannan baldhiina fi guutummaati egereen mijanamuf. Akkasumas tokko tokkoo gareen waan argaman addan baasani warra qixxee taan fudndura dhiyeesu dhaf. Bu’aan marii beekumsaan godhamani kun kutaa kana keessati dhiyaataniiru, ilaalcha guddina irra deebii Yesler Terrace qajeelchuf. Manneetii Ummataa Banoon Amajii 2007 keessaa kamuniitii irra deebi’e hubachiise waa’e projeektii guddina irra deebii Yesler Terrace fi jabina CRS. Where We Have Been WINTER 2007 Refine and Revise the Definitions and Guiding Principles 1 for 1 Replacement Housing Key Hopes sDon’t displace residents and keep it affordable sEconomically, Culturally, and Racially diverse sA model for sustainability CRC Identify Hopes and Treasures Key Hopes sDon’t displace residents sKeep affordable and diverse sModel for sustainability Residents identify preference for: sDecorative Street Lights Key Treasures sCentral location sNatural beauty sAmpitheatre sArt integrated in streets, buildings, and open spaces sDiversity CRC Identify Goals CRC Identify resident concerns Environmental Stewardship Goals sSustainable green community sImproved transit access options sOpen spaces, trees, and view preservation Public Art Workshop Community Values Exercise Economic Opportunity Goals sIncreased access to education and jobs sAccomodate home businesses sEconomically diverse community One-for-one housing means: sIntegrated mix of housing on existing footprint sNo segregation by price or status sPriority to current residents Youth Workshop sNeighborhood boundaries sRent and utility cost increases sDiversity Draft Definition and Guiding Principles for Social Equity Draft Definition and Guiding Principles for Economic Opportunity Draft Definition and Guiding Principles for Environmental Stewardship & Sustainability Draft Definition and Guiding Principles for One-for-One Housing Residents identify preferred type of gathering spaces: sOpen space with columns sPergolas Public Art Workshop CRC Meeting 6 Review and revise definitions and guiding principles Community Values Results CRC and residents identify most important community values: sSafety and Security sAffordability sTransit Access sEducation Youth identify what they value and what’s unique about Yesler Terrace: sCommunity history sNatural environment sDiversity sSafe environment for kids sStrong sense of community Residents Voice Concerns: sBalance density with open space Key Treasures sCentral location sNatural beauty Results Discuss one-for-one housing Youth Workshop Youth identify opportunities: sInclude parks and play fields sPreserve current open space sCelebrate views CRC Review and revise definitions and guiding principles Kickoff of topic Community specific resident Meeting meetings Focus on one-for-one housing Community Values: Composite – DRAFT For more information or to get involved: Further define one-for-one housing Redevelopment Project information Juneteenth kiosk at Yesler Celebration Community Center s Guiding Principle holds “Yesler Terrace of serving both the legacy Community Community mapping Meeting exercise u Youth Workshop low-income residents and for nearly 70 years serving the potential of 70. them for another to Our challenge is balance the significance history of its distinguished of future with the needs generations.” Residents identify preferred type of gathering spaces: sOpen space with columns sPergolas Bulletin ... unity Vision Ter ra c e A Comm ture of Yesler ... for t he Fu Yesler Terrace nt Redevelopme Schedule Definitions and Youth Workshop Questions from community: Goals and Objectives Review of Community Community Values Meeting about for information Terrace. Look inside plans for Yesler redevelopment Yesler Terrace Finalize draft definitions and guiding principles CRC Discuss Community Boundary Community Questions: Goals and Objectives Meeting 7 w Committee y V ision a C ommunit The Citizen Revie Wor king Toward Form Work Plan Public Art Workshop Meeting 4 Discuss economic opportunity and environmental stewardship CRC Members CRC Meeting 3 Discuss Social Equity Next Yesler TerraceMeeting Committee Citizen Review Meeting 2 Introductions meetings ! Meeting 5 Meeting 1 ing.org Environmental & Sustainable Stewardship Social Equity SUMMER 2007 www.seattlehous Economic Opportunity SPRING 2007 ty for f u ture communi Che ck our website FALL 2006 Report on Community community mapping Meeting exercise Youth Workshop Address community concerns Residents Discuss: Wisdom from s our resident Community Values Community Meeting s home ownership s unit features s Pedestrian environment Community Open Houses, August 2007 D R A F T # 3 as of August 10, 2007 Surraan gararraa mataduroota walga’i, shakaloota yaadaa, bu’aa CRC fi ummataa waggaa darbee agarsiisa. Deemsi kun ibsooni fi akeekon qajelchan akka Fulbaana 2007 xummuraman godheera. 4 Gara Raajii ummata hojjachu Jechaaf Seera itiin qajelffamnu ka Yesler Terrace 5 Bu’aa Hawaasaa Hikkaa Akeekota qajeelchan Guddina ilme nama ka fedhi guutu, jiru fooyyesu. Ammaaf dhaloota fula dura dhufan ka Hawassa Yesler Terrace. Gossan, Aadaan, halaa ikonomitiin oso addaan inbbaafnne. Tajajila dalagaa, tajajila barumssa, mamula fayya, tajajila hawaasaa, tiif tajajila mana gati diqqa, fooyyesuu. Keessatu, warra galiin isaanii diqqaatif. Carran duraan dursee warra rakko qabanii keennama. Warra aadaaf halii ikkonomii isaanii adda tahe dagagsu. Warra rakkon isanii cima taheef tajajili duran durse ni kennama. Qooda fudhannaa Warri dhimi isan ilalu itti dabalu, yero gudina kana murti kennamu hunduma irrat akka hirmmaattan godhu. Qabeenyaa dhiyeesuJiratotii Yesler Terrace, Dhabotii daldala gandaatiif fii jiratootii hawasaa; Carra ikonomi, carra adaatiif carra hawaasaa, akka arggatan godhu. Waliqunnamtii haala gaarii jajjabeesuYesler Terrace fii Hawasaa Gutu keessat walqunnamtiin akka dagaagu godhu. Oso hawaasaan, ikkonnomiif aadaan addan inbaafnne, Mala Arktekcherii(architectural techniques) gariin fayyadamuun, galiin, gosaan ykn addaan bahisa birootiin namoon akka addan incinne godhu. Tajajila Hawsa jirattota hunduma kennu. Iddo-gadhiisisuun waan fidu danda’u xiqqeessu; yeroo guddina irra deebii kana jiraattotaf. Ollaa tokko uumuu Gandda ijooleef maatii tajajila bashanana fii barumssa keennu uumu. Manneen Magaala keessa jiraaniin fayyadmuun, buqa’issa ganddaa diqeessu. Hundee kamuniitiin buluu uumuu kan qooda fudhannaa murtee baasu jiraattota kamuniiti irra deebi’e guddate kana keessa jiraatan hundaa tarkaanfachiisu Bu’a hawaasaa (social equity) dagagsu. Tajajila hawasa, barumssa tiif fayya babaldhisun. © Inye Wokoma Gara Raajii ummata hojjachu Jechaaf Seera itiin qajelffamnu ka Yesler Terrace © Inye Wokoma Fedhi manaa,guutu ka jiratota ammatiif dhalota fuldura Yesler Terrace gutu. Burqa hori amma jiraniif harawan fayyadamuun, akeka kana bakkaan gahu. © Inye Wokoma 6 Mana ka warra galiin isanii bayye xiqa tahe eeguu fii babaldhisu. Yo danda’ame carra kana babaldhisun warra galiin isaani bayye diqqa tahe tajajilu. Mannen wara galiin isanii diqqa tahe Yesler Terrace keessa jiratan, akka inhirdhane carra guddina gaariin fayyadamu. 7 Carra Ikkonomii Hikkaa Seeraa qajelffamaniin Haalaa ikonomii fooyyessu, carra babaldhisu, hala jireenya Yesler Terrace ammayyaa dhalota dhufnii fooyyessu. Quunamtii dalaga, geejjiba, tajajila hawaasaa babaldhisu. Maaneen warra galiin isaanii diqqa tahe gaariif meesha malaqqa(financial tools) adda adda dagagsu. Dalaga minda jirachu danda’aniin kafalu gargaaruu. Jiraattota kamuniitii Yesler Terrace Kun ka tahu industrii adda ada, dhabota olla keessa jiran, dhabota daldala adda adda wajjiin harka walqabachuun hojjachun. Hoji leenjii(apprenticeships), dandeetii daldala(entrepreneurial) fii gudinna dhaba daldala, fii carra kana fakkatan dagagsu. Jiraattota ceesiisu gargaaru mana garggarssa(subsidized housing) keessa akka bahan garggaru. Kun ka tahu mala maamula maalaqaa barsisun , mala qabeenya ijaarachuu barsisuun fii sagantta barumsa adda adda tiin taha. Waliin hojjeechu cimsu Rakko adda adda ka dalaga nama dhowwan ka akka gejjiba, barumssa, leenji fi afaani eydu ijolee hiikuf dhabota tajajila hawaasaa wajjiin harkka walqabatanii hojjachu. Waliin hojjeechu keessa seenu maatiilee mana dhboon akka isaan mana yeroo dheeraa qabaatani fi galii maati isaani akka dabalan gargaaruf. Sagantaa liqii-xiqqoo uumuu tarkanfachiisu Jiratoti dhaba daldala akka dhabu danda’an garggaruuf sagantta liqaa ka malaqa nama liqeessan umuu. © Inye Wokoma Dhabota daldala mana keesa cimsu Jiratota Yesler Terracii keessaf. 8 Gara Raajii ummata hojjachu Jechaaf Seera itiin qajelffamnu ka Yesler Terrace © Inye Wokoma Dhaboota daldala didiqqo eegu fi cimsu ka ola Yesler Terrace keessa jiran. © Inye Wokoma © Inye Wokoma Leenjii gargaaru Yeroo karoora kana kaasee hangga maneen jaramaniti ,carra leenjii, hoji miindaa ittin jiraatan leenjii(apprenticeship), fii dalagaa ,jiraatota fi kamuniitii itti aanuf babaldhisu. 9 Eegumssa Dachi Fii Faydda Yero dhera Hikkaa Seeraa qajelffamaniin Karoora yero dheeraa faydda kennu qophesu, sochii dagagina ikkonomitiif eegumssa dachiitii garii tahaniin fayyadumu. Hawassa Yesler Terrace ka fayya tahe, ka ammayyaa dhalootaa dufanii tahu uumuu. Maneen wari galii diqqa iti galu dandda’an fula duraaf tursu. Akeekota guddinna abshaalaa itti dabalu* fayyadamu. Kun jechuun carra maneen warra galii isanii baayye diqqa tahee oso inirdhisiin, ykn baldhina isa oso inittisin. * sochii karoora, horodofuu(regulatory) fii guddinaa, ka horii dachii qusannan itiin fayyadamu ni funanna. Sochiin kun jarma’a dhipha, bakka yidduf mogga maneen jiraan hoji irra olchu(in-fill development), seera karaatiif dirre makina dhabanii garii tahe(moderation in street and parking standards). — Dhaba Karoora Ameerika Hawaasaa nagaa fi fayya tahe jajjabeesu Mala garggaraan fayyadamuun,. Mali kun: Gosii mana, baldhina/dhipina mana, konfigireshinii(configu rations), dirre adda adda, bakka walit itidhufan/ qopheessun, hawaasaa maatii garii tahe umu. Karora Magaala tiif mala Arktekcherii adda addatiin fayyyadamuun warra miilaan deeman walquunnmsisu, walquunnamtii hawaasaa ola keessa jiraatuu daggagsu, hawaassa bala irra ittisu. © Inye Wokoma Mala naannoon walii ta’u fi ijaarsa mana yeroo dheera turuu fayyadama, fii tajajila adda adda gaarii tahan, ka fayya garii tahan hoomishu. Sagantoota Barumsaa fi dammaqiinaa jajjabeessa kan shaakala lafaan wali ta’u tarkaanfachiisu kan akka kosii xiqqeesu, fayydaa irra-deebii, kan qabaa lafa caamsaan hin miidhamne ofi keessati qabate. 10 © Inye Wokoma © Inye Wokoma Warii galiin isanii diqqa tahe, mangudooniif warri nafumma qaban akka garggraman mirkanessu. Gosa mana, gudinaaf/diqqina mana tiif tajajila fedhii isaanii gutu keennuufii. Kun immo ka Seeraa itiin qajelffamnuun guutu tahu qaba. Gara Raajii ummata hojjachu Jechaaf Seera itiin qajelffamnu ka Yesler Terrace 11 Mana diigame Tokko mana jarame tokkon bakka buusu Seeraa qajelffamaniin Lakkofssa maneen warra galii bayye diqqaatiif galii diqqa ka Yesler Terrace keessa jiru bakka busu ykn calchisu. Jirattota ulagaa guttanii maneen hawaasaa kennu, filanna adda adda kennu, jarma’a saayitii cimsu(site integration) fii manneen gatii dhiqqa ka hawaasii aadaaf ikkonomii adda adda keesssa jiraatu uumuu. Lakkoofssii maneen warra galiin isaanii bayye diqqaa tajajila kennu , ka amma Yesler Terrace keessa jiru akka inirdhanne, ni mirkkaneesina. Mal gudinna kana akka goonu nu dandeesisu filanna. Karorii walmaka mannennii,guddinna ji’ografii(geographic growth) fii fedhii jiratota ammayyaa fula dura calaqqisu qaba. Maatii, jirattota qeerro tahan, manguddotta fii warra naafa taha hundumaf. Maneen gatii diqqa gaarii tahan kennu qabna. filanna adda adda kennu, gati diqqeenna, tajajila hawaasaa adda addat dhihanna qabachuf. Hawaassa hunduma qixeesse ilalu(Social justice), ka ikkonomi adda adda calaqisu tahu qaba. Warra ikonomii, hawaasaa, fii sanyi adda adda Yesler Terrace keessa jiraataniif hawaasaa baldha kessa jiraatan,walqqunnamtii isaanii cimsu yaalla. Daangaa bakkichaa baldhiisuu itti yaadaa walti dhihenna(density) ni guddifnna. Yo danggaan Yesler Terrace baldhate guddinna adda addatiif carra ni banaa. Guddanna tartiba(Phase development) godhuun midha yero ijarssa kana ummata irrat dhaqqabu ni diqqessa. Warii amma Yesler Terrace keessa jiraattan , ka debi’u feedhan , yo ulaga amma kana guuttan ,akka mana arggattan waada senna. Murtii karooraaf guddinna maneen kana irrat jiraatton akka hirmmana godha ni gona. Odeeffanno ni kenninaf. Adeemssa keenna hunduma saaxilat ummata garsifnna. © Inye Wokoma Warra godananii carra godanssaa ka gatii diqqa ni kenina. Yo barbbachisa tahe ni garggarra. 12 Gara Raajii ummata hojjachu Jechaaf Seera itiin qajelffamnu ka Yesler Terrace Warra buqqahanii mana bakka buhu ni kenina. Kiran kun kira maneen hawaasatiin walqixa tahu qaba. Warra galiin isanii baayye diqqa tahe tajajilu itifufnna. Lakkoofssii maneen warra galiin isaanii bayye diqqaa tajajila kennu, ka amma Yesler Terrace keessa jiru ,akka inirdhanne, ni mirkkaneesina. Mala gudinna, kana akka goonu nu dandeesisu filanna. Seensa qaamaa fakkaataa mirkanneesu Jirattotaf dohatootii Yesler Terrace keessa jiraan salphinaan akka qahe keesa oli gadi deemman ni goona. Yoo faanii Yesler Terrace baldhatee maneen hawaasaa ka warra galiin isaanii diqqa tahe tuqee, manneen hirdhate hunduma tokkf-tokkon mana kira qixxa tahen bakka ni buufama.). Filannoota sana hordofuu kan Yesler Terraceiif madaalaa baa’e cimaa guddiina mana ummaataa galii xiqqaa fi lafa harka ummaata itti eegu gidduu kan fidu danda’u. Carroota mana dhuunfachuu haaraa jajjabeesu Jiraattonii galii diqqa, maneen kan kana akka dhunffachu bitachuima danda’an mala adda adda dhahu. Dhunffacha sagantaa jiraatota(tenant ownership) kana akka land trast(land trust) fii dhaabota ko’opretivii(cooperatives). © Inye Wokoma Hikkaa 13 Gabaasaa xiqqootaa Gabaasaa xiqqootaa Yaadota fi qeqqannoota xiqqaa Yesler Terrace Citizen Review Committee’s Majority Report & Aproved “Definitions and Guiding Principles” (Koree Qorannoo Lammii Gabaasaa Baldhaa fi Ragga’e “Ibsoota fi Akeekota Qajeelchan” Yesler Terrace irratii) Nuti kan barreessaa jirru Dhaaba Iddo Gaddhiisisu bakka buune dha akka, miseensa Koree Qorannoo Lammii Yesler Terrace{YTCRC) itti qeqqannootaa, yaadota ,fi fuula jalqabaa hojii CRC maali akka godhamuu qabu,fi haga ammaati deemsa Seattle Housing Authority dhan qoppha’e , hojii koreef kan yaada xummuraa guddina irra deebii Yesler Terrace itti qajeelchu. John V. Fox SEATTLE DISPLACMENT COALITION {DHAABA IDDO GADDHIISISUU SEATTLE} Kristin O’Donnell YESLER TERRACE RESIDENT (JIRAATTU YESLER TERRACE) Dimshaashan, nuti baa’e jajna hojii hojjeettota SHA fi keessumayu miseensota bira CRC fi Dura Ta’aa isa Norm Rice, bakka hojii fuula 1ffaa koreen nu gahaniif. Nuti ni hawwiina miseensota humna hojjii fi hojjeettota isaani galateeffachu waan cimaa bakka hojjeetaniif fi tattaafi isaani, fi marii isaani yaada guutun godhame, kan gabaasaa baaldhaa uume ni kabajna. Itu hedduu gurmuu xummuraa ibsootaa fi akeeka qajeelchotaan waligala jirru, yaaddo cimoo keenya agarsiisu fi yaada dabalaa fi qajeelchota SHAf, hoggantoota filamtoota keenyati, Jiraattota Yesler Terrace, media, fi kamuniitii baldhaa kan gabaasaa kana ilaalu itti dhiyeesuf nuti fedhiitu dhagahama. Qeqqannon kun keessumayyu hoggantoota filamtoota keenyati, miseensa boordii SHA, fi hojjeettota SHA kan dhiyooti murtee murteessaa ta’e waa’e karoorota guddina irra deebii Yesler Terrace sirri godhaniiti qajelfamaniru. I.Filannoon tokkichi jiru waa’e filannoo guddina irra deebii Yesler Terracef kan yeroo fuula II iti deemnu kan ilaalamu qabu, No Net Loss On-Site of public housing (Iddo kutaa mana ummataa irrati bu’aa dhabun hin jiraatu) kan fedhiilee jiraattota Yesler Terrace ammayyaa kabajan kan waadaa galu dha. Yaadni waan godhamuu qabani kan furaa ta’an heddun gurmuu xummuraa ibsoota fi akeekota qajeelchani baldhaa (majority) keessati hin dabalamne. Waa’e biro keessati baldhiichi sadarkaa dirqisiisa humnaa hin fudhanne akka fudhachu qabanuti, karooron kanumti ta’an yeruma sana akka Housing ammayyaa hin wareeggatani, ykn fedhii male doolara manaa murta’e hin wareegatani kan karaa bira kamuniitii keenya keessati iddo biraati ergamu malu, waliiti qabaa mana galii xiqqaa keenya baldhiisuf. Akkasumas kan nuti hubachiisnu, nuti baa’e cimaati fudhanna akeekota fi ibsoota sana kan gabaasaa baldhaa keessati gabaabati ibsaman, haala fedhii jiraattota Yesler Terrace ammayyaa itti cichu. II.Yoo SHAn manoota qabeenyaa itti aananii jirani kaase, daangaa Yesler Terrace ammayyaa baldhiise,kutaaleen hundaa daangaa baldhate kana keessa jiran akkasuma, kira walifakkaatun bakka bu’u; qabeenyaa manaa murta’a ta’e ammayyaa hammana hin jedhamne kan jiru itu hin wareegatiin- gibira magaalaa, horii itti irkannaa isteetaa, hinkoo section 8 ammayyaa jiru, ykn gibira isteetaa beekamaa 9% murta’e, itu hin wareegatiin. 14 Gara Raajii ummata hojjachu Nuti yaadofneera waa’e karoora SHAn naannoo Yesler Terrace itti aane jiru irra deeb’e guddisu fi naannota sana faana irra deebii guddina Yesler Terrace kessati dabalu. Akka koreen odeffannoo ga’o hin arganne cimaati nuti dhagahama waa’e karoorota kanaa fi ykn waan kana gubbaati akka ga’oti hin mijaanne ykn humnaan akka manneetiin galii xiqqaa naanno sana keessa akka hin badne waadaa galu ykn yeroo SHAn manoota qabeenyaa itti aanani jirani kana irra kaasu, kutaaleen hundaa kiraa walifakkaatun bakka bu’u itu qabeenyaa manaa murta’a ta’e ammayyaa hammana hin jedhamne kan jiru itu hin wareegatiingibira magaalaa, horii itti irkannaa isteetaa, hinkoo section 8 ammayyaa jiru, ykn gibira isteetaa beekamaa 9% murta’e, itu hin wareegatiin. III.Yeroo dizaa’inin fi karoorri Yesler Terrace itti SHAn gaggeefama jiru, filannooti fudhatamu qaban yeroo hundaaf bakka balladhaa fi guddaa iddichaa dhunfaa ummataa godhu qofaa ta’u qaba. Karoori kutaa gudda bakkichaaa kan dhunfaa godhu hordofamu hin qabu; gurgurtaan ykn qindeessa yeroo dheeraf kireesun. Itti dabale, manni bakka kana gubbaati ijaramee, kan gali xiqqaa fi jiraattota mana ummataa argachu danda’an hin tajajiille, dhunfummaan karaa yeroo dheeraf dhunfaa harka ummataa ta’uti qinda’u qaba. Yoo karoori dinagdee, kan akka kireeditii gibiira (tax credits) hordofamani kan qixxummaa dhabiilee dinagdee fi investeroota dhuunfaa waliin uuman kira dhan ykn qindeessotaa kana fakkaatan jalati, egaa karooroni sunis akkasuma waligaltee qabaachu qabu fi/ykn waligaltee dirqamaan gutamuu qabu qabaachu qabu, yeroo kireediitin gibra sun dhumu qabeenyaan sun guutumaati harka dhunfaa ummataati akka galagalu waada gashuf. Lafti fi manooni egamu fi lakkofsa qixxe itti itfufu dhaf fayyadamu qabu, yoo sababa carraa manaa yeroo dhuma hin qabneef jiraattota mana ummataa argachu danda’aniif baldhiisuf fi warra galiin isaani giddu-galeessa(median) 30% irra ykn sana gadif hin taane. IV.SHAn karoora flannota lakkofsa carraa galii baa’e xiqqaa fi kutaale mana ummaataa bakkichaa eegu qaba yoo baldhiisuf hin taane; galma kanan ga’uf hanga doolaroota manaa amma itti dhangala’a jiranii xiqqeessaa. Filannoon ammayyeesu fi haaroomsu tokko akkasuma itti yaadamu qaba, filannoo karoora filannoo fuula II itti dabalamu qaba. 1997 kaase, SHNn guddina irra deebii vi godheera ganda Roxbury,Holly Park, Rainer Vista, fi High Point keessati. Gatii biliyoona walakan; horii murtaa’a naannoo, isteeta, fi fedeeraalan, kutaaleen mana ummaataa 2000 caalan digamaniiru , guddina walmakaa fi galii guddaf karaa baasuf. Gara walakaa kutoota mana ummaata hanga turani qofa dha kan iddo sana gubbati bakka bu’ani. Gaafileen kutoota mana ummaataa hafani bakka sana irra badani, iddo-bira itti bakka bu’anin layyo itti sirri miti. Doolarri miliyoonon caalaan horii murtaa’a naannoo, isteeta, fi fedeeraalaa, kan karaa biraa walitiqabaa mana galii baa’e xiqqaa magaalaa kenyaa baldhiisuf malan, iddo-biraati kutaa bakka buusu kan jedhamu kana uumuf layyoti goganiiru. Inni waa’e samiichaa ture Peter, Paulf kaffaluf. Yesler Terracef flannoon ta’e kan mana ummaataa jiran bakka iddobira qabachiisisu jedhaman kanati qubachiisisun layyoti dogoggora kana ba’isa. The Housing Authority (Angoon Manneeti) doolaroota murta’a jiran kana Jechaaf Seera itiin qajelffamnu ka Yesler Terrace 15 Gabaasaa xiqqootaa Gabaasaa xiqqootaa dhangaalasu qaba lafa bitee projektoota kana ijaaruf. Sun doolaarota fi lafa, karaa bira garu walitiqabaa manoota galii xiqqaa murta’ani keenya baldhiisuf fayyada ture. Karaa faallaa, karoori guddina irra deebii kan manni ummataa bakka isa irrati bu’aa hin dhabu jedhu, gatii bahanii dhaqanii lafa dabalaa argachuu ni haqa. Itti dabalee, gatiin kapiitaala mana galii xiqqaa bakka sana gubbaati guddisuu (ijaaruu) gargaarsota- keessan (internal-subsidies) bakka bu’u danda’a. Fayyadamni gatii gabaa biraa, waajiira, daldaalaa, bakka kana irrati mana jireenyaa oli aanaa dhumaa ijaarun, galii gashu danda’a; gatii akka jiruti eguuf bakka buusa-keessa ta’u danda’u yoo lakkofsa mana ummataa fi kutaale galii baa’e xiqqaa baldhiisu dha baate. Dinagdileen kun badaniiru, lafti fi qabeenyaan manaa ga’o intaane waregamu qabu yoo kutaaleen bakka buusaa iddo- biraa ta’an. Irra deebi’uf, layyoti nuti Peter in saamaa jirra Paulf kaffaluf.- lafa fi hori walitiqabaa mana ummataa fi kutaalee galii baa’e xiqqaa ittin baldhiisuf malle dabarsani baasu. Tokko tokkoo hope vi developments (abdii guddinaa vi) arfan darban keessati- dinagdeen kan danda’aman karoori guddina irra deebii heddun turaniiru, kan fagooti kamuniitif, doolaroota fedeeraalan, isteetan, fi naannon gati xiqqan hordofamu malan, itu mana ummaataa tokkoile, tokkoo bakkoota kana irra kaasu hin barbaachiisin. Filannoon kun kan ofi keessati qabaatan filannoo haaromsu fi ammayyeesu heddu dha, fi akkasumas karoora diigani bakka buusu ture sun qoppheen hordofamu danda’a ture itu mana ummaataa tokko ile hin kaasiin. Itti dabalee, ijaarson kun mana “walimakaa fi galii olika’aa” akkasuma ofi keessaa qabaachu danda’u turani; walitiqabaa kaayyoo qabatamaa SHAn guuttachuf male biro baldhaati guutu train-hundumtu itu kutaaleen mana ummaataa tokkoile hin badiin. Sababni hin jiraatu ture miliyoona caalaa doolaroota murta’o manaa kana irra dhangalaasuf iddo-birra itti kutaalee bakka buusa dhiyeesuf. Yeroo fuula karooraa Yesler Terrace tokko itti sochoonu, nuti kan egnu koreen carraa, baajeetoota, karooraa filannoota heddu bakkichaaf akka bu’aa dhabiina iddoo sana irrati hin fidneef, filannoo of keessati qabaatu a) ammayyeesu fi haaromsu dabalate. b) Filannoo guddina irra deebii kan bu’aa dhabiina bakkicha irrati hin fidne; tokko sadarkaa gobbuu(density) gadi-aanaa tokko sadarkaa gobbuu oli-aanaa itti, fi c) filannoo kutaalee mana ummaata bakkicha irrati ba’iisu. Nuti akkasumas cimsiine amaanna, yoo xiqqaate karoorii filannoo tokko ba’e dhiyaachu qaba, haga danda’ameet caalaati tajajiila bakkicha kan akka ilaalchaa(do’annaa), paarkootaa, mukoota, kutaa lafaan waliqabate, lafa banaa, fi naannoo bashannanaa eegu, bu’aa dhabiina mana ummaataa bakkicha irrati akka hin fidne waada gala. Itti dabalee, sabni hunduu galiin itu hin ilaalamiin qixxee ijaarsota sana seenu danda’u. V.Yoo karoorri diiganii irra deebiani ijaaru hordofamee- akka loogoo SHA fi hoggantoota filatamanii itti kan ta’u malu- ega gobbiini fi fayyadamn bira bakka sana irrati ta’an sababa jalqabaa tokkof dabalamu qabudandeetii housing authority (aangoo mana laachu) bakka buuse baldhiisuu, lakkofsa kutaalee gaarii mana ummaataa bakkicha irrati qindeessuf. Eegeen sare raasu hin qabu ykn yoo sare ta’e caalaati 16 Gara Raajii ummata hojjachu bada. Nuti karoora diiganii bakka buusuf irra deebi’ani ijaaru irra, ammayyeesu fi haaroomsu filanna Yesler Terracef. Kun akkasumas kan jiraattoni Yesler Terrace filatani dha, kanas baa’e ifa godhaniiru waliga’ile kamuniiti hanga hardhaa ta’e irrati. Nuti akkasumas cimsiine amaanna, yoo xiqqaate karoorii filannoo tokko ba’e dhiyaachu qaba, haga danda’ameet caalaati tajajiila bakkicha kan akka ilaalchaa(do’annaa), paarkootaa, mukoota, kutaa lafaan waliqabate, lafa banaa, fi naannoo bashannanaa eegu, bu’aa dhabiina mana ummaataa bakkicha irrati akka hin fidne waada gala. Itti dabalee, sabni hunduu galiin itu hin ilaalamiin qixxee ijaarsota sana seenu danda’u. Garu yoo karoorri diiganii irra deebi’ani ijaaru hordofamee- kan gobbiina fi fayyadama biraa bakkicha irrati dabalu, sababa jalqabaa tokko duwwaf dabalamu qaba – “middhaaf”, “guddina abshaalamuf”, “gatii dhabiinaf” ta’u hin qabu ykn badhaasa karooraa fi warra kontraata fudhatu fi warra ijaaru (guddisu) warra itti buufatu malu qubsu hin qabu- garu dandeetii housing authority(aangoo mana laachu) lakkoofsa kutootaa gaarii mana ummaataa bakka buuse baldhiisu bakkicha irrati qindeessuf. Galma kana qofaa dha wanti guddaan fi hundeen kutoota jiran kana kaasisu ammayyeesisu dhiise. Hundee kana qafaa dha kan kireeffattota galii xiqqaa akka isaan haalaa caalaati gobbate fi walidanqe keessa akka jiraatan godhe, lafa ummaataa fi naannoo taphaa irra fagaatani, fi kutaalee lafaan waliiti hin dhufne mana caalaati hipphaa ta’e keessa. Haga sadarkaa SHAn faayydaa haaraa bu’aa qaban bakkiicha itti dabaleeti fi gobbiina bakkiicha irrati dabaleeti….tattafiin hunduu godhamu qabu, haga danda’ameeti sadarkaa jireenyaa fi haalaa jireenyaa jiraattota mana ummaataa amma jiraani eeguf. Sadarkaa kana irraa gdi xiqqaachun kanuumti ta’e, kan godhamu qabuu fi hagi sadarkaa isaa, yoo inni i maatilee mana ummaataa argachu danda’an caalaati akka tajajiiluf dandeeti keenyaa baldhiise qofa dha; ammayyu gaarummaa jireenyaa fi haalaa jireenyaa eega. VI.Jiraatton kanumti ta’ef kan bakka isaan irra buqqaanf waadan galamufi qaba gati walmadaalu, ollaa ofi isaani filatan keessati baldhiina kutaalee walmadaalan, fi hanga amma kaffalaa jiran caalaa kaffalu hin qaban akka dhibbantaa galii isaaniti. Bakka bira qubachiisun ta’e xiqqaachu fi yeroof qofaa ta’u qaba. Warra bakkicha irrati hafu barbaadan hundaf carraan sun keennamufi QABA. Jiraatton baa’en bakkiile arfan dura kanaa hop vi irra buqqaan vauchaara qofa kennaniif kutaalee kiraa dhuunfaa keessa qubatani; hiriyoottan, maatii, tajajiilota, ykn dalaga isaani irra fagaatani. Kutaaleen kun tokko tokko sadarkaa gadi. Kireeffatton tokko tokko galii isaan irra dhibbantaa 30 oli akka kiraaf kaffalan dirqisifamaniiru, ykn magaalaa gaddhiisaniiru. Nuti kana argu hin dandeenyu yeroo Yesler Terrace iitti rra deebi’amu. Jiraatton kanumti ta’ef kan bakka isaan irra buqqaanf waadan galamufi qaba gati walmadaalu, ollaa ofi isaani filatan keessati baldhiina kutaalee walmadaalan, fi hanga amma kaffalaa jiran caalaa kaffalu hin qaban akka dhibbantaa galii isaaniti. Bakka bira qubachiisun ta’e xiqqaachu fi yeroof qofaa ta’u qaba. Warra bakkicha irrati hafu barbaadan hundaf carraan sun keennamufi QABA. VII.Humni hojii kun dalaga isaa itti fufu QABA; akkasumas deemsicha keessati qooda fudhachu qaba akka Rainer Vista Legal Settlement Jechaaf Seera itiin qajelffamnu ka Yesler Terrace 17 Xalayaa Banaa Gabaasaa xiqqootaa (Waliigalte Seeraa Rainer Vista itti)- fi keessumayu yeroo amma SHAn fuula karoorati deema jiru bakka karoorri dhugaa fi filannooni, fi karoorota dinagdee, irra deebi’e ilaale qeqqachuf. Cimsiine hubachiisna nuti ilaalchi humna hojii kun guddina qajeelcha akeekotaa fi ibsaa darbee akka itti fufu egna. Dalagin dhugaa humna hojii kun fi hinkoon isaa cimaan reef jalqabuf jedha. Itti dabalee, waliigalteen waa’e seeraa Rainer Vista qulqulluti jedha, hinkoon humna hojii lammootaa Yesler Terrace itti guutummaati yero karoora guddina irra deebii Yesler Terrace umaanii fi hojii irra oshaan itti fufu qaba. Haga hardhaa humni hojjicha karoora qabatamaa, akeekota, filannoota, hin qabu. Ykn irra deebiine zoonii baasuf qoraannoo gooneera ykn jijiiramoota fayyadama lafaa bira kan karoorota SHA qindeessu. Yoo miseensota koree humna hojii kana ta’e ykn koree lammootaa biraa SHAn iti-gaafatama qaba humna hojii hoggantoota kamuniitii fi lammoota irra deebi’e qindeesuf; sababa akka deemsa kana gutumma isati hordofaniif fi karoorota addaa, diza’inii, surraalee, fayyadama lafaa yaadame, akka irra deebi’ani ilaalanif , kkf akka isaan fuundura bahani fi SHAn fi hoggantoota filatamoon qoratamaniin. Jechoota waligaltee seeraa CRC uumu yoo irra deebine, CRCn akka addan baafame waligalte sana keessati hubachiifameti mirga qaba: 1.Qooda fudhachu fi yaada keennu karoora guddina irra deebii fi haaromsu Yesler Terracef ta’e keessati magaalaa fi SHA dhan. 2.SHA fi magaalaaf yaada dhiyeesu waa’e yaada fayyaadama lafaa hundaa fi yaada guddina irra deebii manaa/qinda’ina Yesler Terracef 3.SHA fi magaalaaf yaada/qeqqannaa dhiyeesu, kan mirga jiraattota eeguf gargaaru. 4.SHA fi magaalaaf yaada dhiyeesu waa’e jijiirama ta’e, zoonii irra deebi’ani baasu, ykn yaada mana galii xiqqaa eguf dhiyaate 5.Guutummaati qooda fudhachu magaalaa fi SHA waliin tattafi ta’e fi karoorota hundaa keessati waan Yesler Terrace ilaalu irrati. 6.CRCn akkasumas yoo xiqqaate bakka bu’aa tokko kamuniiti kawunsiili fi dhaaba iddoo-gadhiisu ofiti dabalu qaba. Xummura Cinaa(bukkee) dhabbannee haalli walifakkaatan akka Yesler Terrace irra ga’u hin goonu, kan garden community arfaniira ga’e bakka walitiqabaan manni ummataa keenya itti barbada’e. Nuti gaggesiitoota magaalaa keenyaa fi hoggantoota SHA fi miseensoota boordiif waamicha dhiyeesiina akka guutummati bakkichati bu’aa dhabiini hin jiraane godhani fi karoora fedhii jiraataa calaqeesu akka hojii irra oshaniif. John V. Fox SEATTLE DISPLACEMENT COALITION (DHAABA IDDO-GADHIISIISU SEATTLE) Jaallee Judith fi Seattle Housing Authority (Aangoo Laannaa-manaa Seattle) Galatoomaa Yesler Terrace Citizens Review (Qorannoo Lammootaa Yesler Terrace) qindeesu keessanif. Koree: anati ulfiinatu nati dhagahame koree irrati tajajiilu kiyyaf fi waggaa darbee keessa yaadaan qooda fudhachuf. Ani deemsi kun hiika qaba jedheen amana, akkasumas cimaati guddina irra deebii Yesler Terrace rooga qabachiisa akka murteessaa- fi abbaa seenaa- qabeenyaa ummaataati. qabxoota baa’e dubbachuf. Itu kun gabaasaa “Baldhaa” ykn “Xiqqaa” ta’e hin jiraatiin. Ani kun dabala ta’a jedhen amana, egeree Yesler Terracen kan waliqabate murtee yeroo yerooti godhamu gargaaruf. Jalqaba tokko tokkon bakka buusun iddo sana irrati kutaalee walimadaalaniin dursa ta’u qaba-dandeetii dheeriina fi gobbiina dabalu dabalatee- layyooti “bu’aa dhabiini akka hin jiraanne buusu danda’a. ituma ile rakkinni dinagdee cimaan SHA fundura jiruu, haalli addaa Yesler Terrace tokko tattaafi dabalaf yaada dhiyeessa bu’aa baa’e baa’e garii gargaarsa baa’e oli aanaa komuniitif argachuf. Lammaffaa, carraan tokko jira itti dabalee waliigaltee guutummaa ollaani Yesler Terrace kan mana galii xiqqaa ammaa akk jirutii eegu fi seensa qabeenyyaa ijaarsa kamuniitii kan oli kaasu kan akka suuqii fi bizinasoota naannon gaggefamani. Akka tasaa SHAn dubbii kana waliti fidu gargaaru mala. Sadaffaa, maaloo waan xiqqoo nut CRCf buunef gatii laaddhaaf, akka jalqaba deemsa yeroo dheerati akka karooroni guddina irra deebii fundura dhufaniin. Miseensoni baa’en gargaartoota ta’u itti fufu yeroo karoorsun deemu. itti dabalee aadaan kan waligitan gorsiitoni yaada jiraattota argachuf kan waliqunnamtan fakkeenya ta’a qooda fudhannaa jiraattota fi ummaata itti fufuf deemsa kana keessati. Irra deebi’e carraa CRC dhaf kutaa tokko ta’e nan galateefdha, akkasumas funduran ilaala projeektii kanaaf bu’aa busufi. Jaalaalan, Michael Ramos Caffee Bataskkan ka Nanno Seattle Kristin O’Donnell YESLER TERRACE RESIDENT (JIRAATTU YESLER TERRACE) 18 Gara Raajii ummata hojjachu Jechaaf Seera itiin qajelffamnu ka Yesler Terrace 19 Tarkanfiilee itti aanani Yeroo kurmaana jalqabaa 2008, fuulli II guddiini irra deebii Yesler Terrace ni jalqaba. Akkuma fuula I Koreen Qorannoo Lammootaa (CRC2) ni dhaabbata deemsa qajeelchu gargaaruf. CRC2n kan xiyyeeffatu yaada filannoo bakkichaa, akeekaa diza’ini jalqabaa, fi karoora seerota jiraataa iddo bira qubaachiisu qindeessu ibsa fi akeeka qajeelchan irrati hunda’e kan fuula I irrati uumaman. Hojii kana irra yaadni CRC2 uumame, Boordii Komishiinerootaa SHA itti laatama. Akkuma fuula I, fuullii II deemsa ifaa ta’a akkasumas tattaafi baa’e jiraattota ammayya fi stakeholder kamuniitii biro irra dabalata. Kutaan hojii kanaa karoora seera iddo biraa qubachiisu 2009ti dheerachu mala. Ijaarsi 2010 jalqabuf karoorfameera. Yesler Terrace dhaala waggaa 70 qaba jiraattota galii xiqqaa tajajiilu itti fi dandeetii waggaa 70 biraaf tajajiilu. Nuti waan cimaan seenaa isa beekamaa fi hiika qabu fedhi egeree gadootan 20 © Inye Wokoma © Inye Wokoma walimadaalu dha. Gara Raajii ummata hojjachu Gabaasaa Qorannoo Lammii Yesler Terrace Ergaan SeattleHousing Authority(Aangoo Laannaa Manaa) kamuniiti cimsuu dha naannoo jireenyaa qaalii(mi’aa) hin taane, nagaa, fi ulfina qabu uume eguu dhan. Kan cimiina jajjabeesu fi ofiin ofi dandeetii dabalu namoota galii xiqqaf. 120 Sixth Avenue N. P. O. Box 19028 Seattle, WA 98109-1028 © Inye Wokoma Manneen Seattle Thomas E. Tierney, Hogganna Durataha
Similar documents
Karora Guddina Yesler Terrace
haffeera. Kun carra dagagssu ilalchise karora baldha jiru akka bakkan keennu ni danddeessisa. Carran babaldhisu jechuun, dhiheenna gara barumssa jiru, faydda yero dheera(sustainability), jireenya g...
More information